Suuraalee Badhaasa Faashinii 2019 Landanitti qophaa'e

Naa'omii Kaampibeel

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Naa'omii Kaambeel agarsiisa faashinaa sanarratti dura aanteetti

Addunyaa bashannanaa irratti namoonni maqaa gaarii qaban Badhaasa Faashinii bara 2019 irratti argamaniiru. Warra hafaa diimaa kabajaa diimaa kanarra toora tooraan mul'ataa turan keessaa Naa'omii Kaambeel irra aanteetti.

Sagantaan kun magaalaa Landan Galma Rooyla Alberti keessatti kan qophaa'ee yoo ta'u kan qopheessites intala Diyaanaa Rooz kan taate taatoo Tireesee Elliis Rooz turte.

Faashina kana kan mo'atte Naa'omii Kaambeel namoota 90 moodelistoota jalqabaa ta'en keessaati. Uffannaan isheen ittiin dorgomtes, "kan hanga mormaatti tolfame" Aleksaander Mak-qiwiin uffachuun beekamtuun ture.

"Namni akka kootii dorgommii kana mo'achuun waan yeroo baayyee ta'ee hin beekne waan ta'eef kun nu hunda keenyaaf barbaachisaadha," jechuun yaada ishee kennite Naa'omii Kaambeel.

Suuraawwan agarsiisa Badhaasa Faashinii bara 2019 kana akka itti aanutti daawwadhaa.

Naa'omii Kaampibeel Faashinii bara 2019 badhaafamte

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Naa'omii Kaampibeel Faashinii bara 2019 badhaafamte
Presentational white space
Rihaanaafi ASAP Rookii

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Rihaanaafi ASAP Rookii
Presentational white space
(Bitaa gara mirgaatti) Roobertaa Armanii, Katee Bilaanchetii, Joorjoo Armaniifi Juuliyaa Roobertis

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, (Bitaa gara mirgaatti) Roobertaa Armanii, Katee Bilaanchetii, milkaa'ina addaa mo'achuun kan beekaman Joorjoo Armaniifi Juuliyaa Roobertis
Presentational white space
Liilii jamsiifi Lewiis Hamilton

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Liilii jamsiifi Lewiis Hamilton
Presentational white space
Moodelistii bara kanaa Aduut Akeech fi Wiinii Haarlowu

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Moodelistii bara kanaa Aduut Akeech fi Wiinii Haarlowu
Presentational white space
Litil Ismiiziifi Molii Kiing

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Litil Ismiiziifi Molii Kiing
Presentational white space
Kiilii Minoguufi Serjiyoo Pizoornaa

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Kiilii Minoguufi Serjiyoo Pizoornaa
Presentational white space
Booy Joorjiifi Naahomii Waatis

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Booy Joorjiifi Naahomii Waatis
Presentational white space
Riittaa Oraafi Emiliyaa Kilaark

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Riittaa Oraafi Emiliyaa Kilaark
Presentational white space
(Bitaa gara mirgaatti) Kaaren Elson, gizaayinara waggaa kanaa kan taate Daani'eel Lii fi Donatelaa Versaas

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, (Bitaa gara mirgaatti) Kaaren Elson, gizaayinara waggaa kanaa kan taate Daani'eel Lii fi Donatelaa Versaas