Imeelii nuuf ergitan hunda dubbisuuf ni yaalla, haatahu malee hunda deebisuuf waadaa hin seennu. Waan nu barreessitan irratti gaaffii qabaannaan deebisnee isin qunnamna. Tahee argamnaan, yaada keessan gulaallee pilaatifoormiiwwan BBC addunyaarra jiran irratti baasuu dandeenya.
Yaadni keessan ummatatti ifa bahee maxxanfamuu hin barbaaddan taanaan, imeela keessa ibsaa. Teessoon keessan heeyyama keessan malee, qaama BBCn ala jirutti hin kennamu.
BBCn ragaalee isin armaan olitti dhiyeessitan ni to'ata. Odeeffannoo kennitan kanniin akka qaama miidiyaatti ol kaawwaachuu mala. BBCn daataa isin dhiyeessitaniif akkamiin qabata kan jedhurratti gaaffii qabda taanaan, Imaammata Mateenyaa BBC (BBC's Privacy Policy) ilaali.
BBCn haga dhimmichi adeemsa keessa darbutti yookaan furamutti odeeffannoo kee qabatee of bira tursa.