Agarsiisa faashinii 'Haab oof Afriikaa' magaalaa Finfinneetti qophaa'e
Agarsiifni faashinii dizaayinaroota fi moodeelota Itoophiyaafi biyyoota Afriikaa biroo hirmaachise tibbana finfinneetti geggeeffamuun waan biyyattiin gama kanaan qabdu hanga tokko mul'isuun danda'ameera.
Mirgi abbeentaa suuraa: Torbee agarsiisa faashinii, Haab oof Afriikaa