Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Tookiyoo 2020: Gabatee medaaliyaawwan Olompikii Tookiyoo 2020
Taphoota Olompikii Jappaan irratti dorgommiiwwan ispoortii 33 fi taateewwan adda addaa 339 ta'an iddoowwan sirna kanaaf qophaa'an 42 keessatti ni gaggeeffamu.
Gabateen BBC Afaan Oromoo kunis kan dorgommiiwwan Olompikii Tookiyootta gaggeefamaniifi tarreewwan meediaaliyaa biyyoonni argatan agarsiisuudha.
Haaluma kanaanis gabatee kanarratti dorgomtoota, biyya isaan bakka bu'aniifi sadarkaa saanii daqiiqaa waliin hordofnuun isin biraan geenya.
Fuulli gabatee sadarkaalee medaaliyaawwanii qabate kunis, baay'ina medaaliyaawwan warqee, meetii fi nahaasa koreewwan Olompikii biyyaaleessaa dorgommicha keessatti hirmaatan mo'atan battalumaan haaromsa.
Badhaasni meedaaliyaawwan jalqabaas Adoolessa 24, 2021tti akka kennamu eegama.
Odeessaalee walfakkaatan dabalataa:
- Garee atileetiksii Itoophiyaa Tookiyootti qabxii 'gaarii' galmeessuuf kaayyeeffate
- Dargaggoo tekuwaandoon abjuu ofiifi biyyaa dhugeeffate - Solomoon Tufaa
- Itoophiyaan atileetota Olompikii Tookiyoorratti hirmaatan ifa goote
- Olimpiikii Tookiyoon dorgomtoonni Afriikaarraa eegaman eenyu fa'i?
- Olimpikiin Tookiyoo 'shakkii tokko malee' akka gaggeeffamu himame