Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Isin hin darbiin
US doonii boba'aa alaabaa Raashiyaa ofiraa qabu adamsaa turte to'atte
Itoophiyaa fi Yunaayitid Arab Emireetis nageenya mirkaneessuu, rakkoowwan tasgabbii naannawa kanaatti qormaata ta'an furuu fi hariiroo tarsimaawaa gidduusaanii daran cimsuurratti kutannoon akka hojjetan ibsan.
Jala bultii Ayyaana Dhaloota Kiristoos Addabaabayii Masqalaatti adeemsifame
Sirni weedduu kumaa kitilaa (ye ayilaafaat zimmaaree) Batasakaana Ortoodoksii Itoophiyaa jalatti qophaa'u baranas Addabaabaayii Masqalaatti adeemsifameera.
Ameerikaan waraana dabalatee mala ittiin Giriinlaandi qabattu mari'achaa jirti - Waayit Haawus
Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Giriinlaandiin fudhachuuf waraana dabalatee ''tooftaa adda addaa'' dhiyeessuu isaanii Waayit Haawus beeksiseera.
'Birmadummaa daangaa walii keenyaa mirkaneessuuf tokkummaan hojjenna'- Itoophiyaa fi UAE
Itoophiyaa fi Yunaayitid Arab Emireetis nageenya mirkaneessuu, rakkoowwan tasgabbii naannawa kanaatti qormaata ta'an furuu fi hariiroo tarsimaawaa gidduusaanii daran cimsuurratti kutannoon akka hojjetan ibsan.
Haleellaa hidhattoonni Shawaa Kaabaatti otobisiirratti bananin maaltu ta'e?
Yeroo konkolaataan kuni Alii Doroo gahu haleellaa hidhattoonni bananiin gommaafi foddaan isaa rukutamuu dhaabbatichi BBC'tti himeera.
Biyyootni Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos har'a kabajan kam fa'i?
Guyyaa har'aa Itoophiyaafi biyyoota muraasa birootti Ayyaanni Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos sirna ho'aan kabajamaa jira.
Ertiraan 'kaartaa qondaalonni waraana Itoophiyaa qabatanii mul'atan' jette irratti deebii kennite
Eertiraan qondaaltotni waraanaa Itoophiyaa tibbana kaartaa Asabi fi naannoo ishee Itoophiyaa keessatti hammatame agarsiisu qabatanii mul'achuun,'aggaammii' ta'e jedhee Ertiraa irratti raawwatamu jechuun himatte.
Tiraamp maaliif Giriinlaand barbaada? NATO'dhaaf hiika akkamii qaba?
Donaald Tiraampiifi gorsitoonnisaa dhihoo Giriinlaand fudhachuuf marii'ataa jriuu jedha Waayit Haawus. Pireezidantiin US kuni dhimma nageenya Ameerikaaf fayyadu dha jechaa jiru.
Gaggeessaan Venezuweelaa Tiraamp humnaan aangoorraa buusee hidhe eenyu?
Bulchiinsa Huugoo Chaavees booda bara 2013'tti Nikoolaas Maaduroo pirezidantii Venezuweelaa gaafa ta'u, lammiileen biyyattii nama Warraaqsa Bolivaariyaanii galmaan gahu jechuun "akka nama rabbi biraa muudameetti" simatan.
Tapha yoo miidhaman beenyaa hin gaafanne
Ayyaannii Qillee Itoophiyaa keessatti sirnootaa garaagaraan kabajamaa oole. Ayyaanni dhaloota Iyasuus Kiristoos yaadachuuf kabajamu kun sirna mana mantaatti, bakka waaqeffannaatti ta'an dabalataan, nyaataa dhugaatiifi gochoota aadaa biroon sirna ho'aan kabajamuudha.
Ajajaan Poolisii duraanii buufata Asab waa'ee Asab kaleessaafi har'aa maal himu?
Poolisii buufata doonii Asab waggoota 2fi ji'a 6'f kan ajajan Ajajaa 50 Dajanee Tujoo yeroo amma magaalaa Ambootti mana ciree (kaafiteeriyaa) keessatti qacaramanii hojjetu.
Aanga'aan Somaaliyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti beekamtii Israa'el Somaalilaandiif kennite balaaleffatan
Somaaliyaan Israa'el qondaala ishee gara Somaalilaand erguu baleelffatte. Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Israa'el bulchiinsa Somaaliyaa irraa addatti of baastee of bulchitu, Somaalilaandiif, kennuu ilaalchisee wayita kora waametti, qondaalli Israa'el Somaalilaanditti argaman.
YouTube BBC Afaan Oromootti makamaa
YouTube BBC Afaan Oromoo
Viidiyoo, Venizuweelaa booda Tiraamp eenyu to'achuuf dhaadatan?
Venezuweelaa booda guyyoota darban Tiraamp biyyoota kamirratti ija buufatan? Muraasni kunooti.
Viidiyoo, Humni waraanaa US Nikoolas Maduuroo to'ate, Deeltaan, kan akkamiiti?
Humni waraanaa leenjii addaa qabuufi ergama Ameerikaa adda tahe raawwatu Nikoolas Maduuroo akka to'ate Tiraamp himaniiru.
Viidiyoo, Ambaasaaddarri sababa Itoophiyaan beekamtii Somaalilaand irratti callisteef himan
Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoo Somaaliyaatti ambaasaaddara Itoophiyaadha. BBC'n dhimmoota bal'aarratti gaafate.
Viidiyoo, Abbootiin Gadaa Andu'aalam ajjeechaa Qananii keessaa bilisa jedhaniiruu?
Abbootiin Gadaa Oromoo himannaa ajjeechaa Qananii Addunyaa ji'ootaaf qorachaa turan. 'Dhugaa barre' wanti jedhan maali? Abbaan Qananii maal komatu?
Viidiyoo, Itoophiyaan dhimma Somaalilaand maaliif calliste?
Gaanfa Afrikaatti waan guddaatu adeemaa jira. Biyyi guddoo Gaanfa Afrikaa Itoophiyaan immoo callisuu filatteetti. Maaliif?
Viidiyoo, Poolisiin Paastar Henook akkamiin to’achuuf yaade?
Godinni Shawaa Kaabaa Paastar Henook Girmaa 'Salaale arrabse' jechuun shakke seeratti dhiheessuuf akka jedhu beeksise.
Viidiyoo, Barsiisaa aadaa Oromoo baha Afrikaatti beeksisuun badhaafame
Barsiisaa Galgaloo jedhama aadaa Oromoo Baha Afrikaatti beeksisuun dhaabbata UNESCO’n badhaafame. Akkamiin?
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Maaltu haasa'ama?
Giiftiin Duree Venizuweelaa US to'atte eenyudha? Nama akkamiiti?
Isheen nama aangoo guddaa qabu duuba dubartii jabduu jirtudha, ciminnishee garuu nama baay'eef hin mul'atu jedhu qorataan.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Ambaasaaddarri Itoophiyaa waa'ee Somaalilaand, TPLF, Masrii maal jedhu?
Murtee Israa'el Somaalilaandiif beekamtii kenniteerratti Itoophiyaan dhimmicha itti dhiheenyaan akka hordofaa jirtu dippilomaatiin Itoophiyaa BBC'tti himan.
Humni waraanaa US Nikoolas Maduuroo to'ate, Deeltaa jedhamu, kan akkamiiti?
Humni waraanaa leenjii addaa qabuu fi ergama Ameerikaa adda tahe raawwatu Nikoolaas Maduuroo akka to'ate Tiraamp himaniiru.
'Asmaraafi Asab qabachuu kan nu dhorke Mallasiifi Ameerikaadha'
Yeroo waraanni Itiyoo-Ertiraa gaggeeffamu waraanni Itoophiyaa Asmaraa to'achuun Asab qabachuuf carraa bal'aan akka ture himama.
Harmeen mucaa 'konkolaataa jala dhokatee Dambidoolloodhaa Finfinnee seene' maal jedhu?
Harmeen mucaa konkolaataa jala dhokatee Dambidoolloodhaa Finfinnee galee ilmisaanii ''lafa ijjikoo sin argine, lafa ati nan arginen dhaqa'' naan jedha ture'' jedhan.
Adeemsi araaraa Andu'aalamii fi maatii Qananii akkamiin gufate?
Ajjeechaa Qananii Addunyaan wal qabatee Abbootiin Gadaa fi hayyuuleen dhimmichi araaraan akka furamu adeemsi baatiiwwan muraasaaf gochaa turan gufatuu dubbatan.
Sochiin Israa'el Itoophiyaaf abdiimoo yaaddoodha? Masriifoo?
Gaanfa Afrikaatti waan guddaa adeemaa yeroo jirutti biyyi guddoo Gaanfa Afrikaa, Itoophiyaan, callisuu filatte – hin toles, hin badees hin jenne.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
Itoophiyaan biyya Israa'elitti aantee Somaalilaandiif beekamtii kennitu ta'uu dandeessi?
Oduun Israa'el Somaalilaandiif beekamtii kennuu erga dhaga'amee dhimmi egeree Somaalilaandii fiSomaaliyaa akkam akka ta'u danda'u dabalatee akka waliigalaatti dhimmi naannawa kanaa xiyeeffannoo guddaa argateera. Biyya kamtu itti aanee beekamtii kennaa kan jedhullee ijoo dubbii ta'aa jira.
Paastariin 'Salaale biyya falfalaa' jechuun barbaadamaa jiran Ameerikaatii ni deebi'uu?
Barsiisaan amantaa aangawooti mootummaa 'hawaasa Salaale arrabse' jechuun seeraan gaafachuuf jedhaa jiran Ameerikaa akka jiran BBC'tti himan.
ABO-WBO, waa'ee hidhattoota namoota nagaarra miidhaa geessisuun himatamanii maal jedhe?
Hidhattoonni gara 200 tahan tibbana Godina Wallagga Bahaaa Aanaa Giddaa Ayyaanaatti mootummaatti harka kennachuu himame ''waraana keenya miti'' jedhe ABO-WBO.
Ispoortii
Arsenaal Liverpuuliin 2-0n injifata: Tilmaama taphoota Piriimiyer Liigii
Taphoota torbee kanaa keessaa kan akkaan eegamu morkii Arsenaal kan liigicha qabxii jahaan dursaa jiruufi Liiverpuul gidduutti godhamuudha. Siitiifi Biraayitan akkasuma ni eegama. Tillmaamni maal fakkaata?
Eenyu leenjiisaa Maanchister Yunaayitid ta'a?
Eerik teen Haag, Raalf Raangniik fi Amoriim yaalamanii Yunaayitiid keessatti milkii waan dhabaniif amma tarii yeroo itti leenjistoota Piriimiyeer Liigii keessatti qoraman yaalaniidhaa?
Maanchistar Yunaayitid leenjisaa isaa Amoorim hojirraa ari'e
Ruuben Amoorim hoggantoonni olaanoo Maanchister Yuunaayitid hojii isaa gidduugaltummaa tokko malee akka hojjetuuf akka isaaf eeyyamaniif jecha dubbate.
Dhalataan Oromoo lammii Kaanadaa Alii Ahimad Noorwich Siitiif mallatteesse
Dhalataan Oromoo lammii Kaanaadaa Alii Ahimad kilaba Ingiliz Shaampiiyoonshiippii keessa taphatu Noorwiich Siitiif mallatteesse.
Diraamaa Afcon: Maaliin kudhaniin taphattee Tuniiziyaa kuffifte
Morkiin Waancaa Afrikaa mo'anii darbuu kaleessa eegalame. Senegaal Sudaniin durfamuurraa kaatee 3-1n injifatte. Maaliin ammoo kudhaniin taphattee Tuniiziyaa mo'atte.
Astoon Viilaan N. Foorest mo'achuun lammaffaa gale, Arsenaal Boornimooz keessummeessa
Piriimer Liigii: Astoon Viilaan N. Foorest mo'achuun lammaffaa gale, Arsenaal Boornimooz keessummeessa
Saarinaa Wiigmaan: Dubartii tasgabbooftuu fi amanamtuu injifannoon beekamtu
Ijoollummaa isheetti akka dhiiraatti rifeensa ishee gabaabsitee sirreeffachuun dhiirota waliin kubba miilaa taphatti ture.
'Qabxii argannetti hin gammanne' - Maanchister Siitiin waa'ee qabxii gatuu fi morkii waancaa maal jedhe?
Peep Gaardiyoolaan morkiin waancaa Piriimer Liigii bara kanaa kileboota lama, Arsenaalii fi Maanchister Siitii gidduutti tahaa? jedhamee gaafatameera.
Gaaboon garee kubbaa miilaa uggurte leenjisaafi Obaamiyaang ariite
Mootummaan Gaaboon garee kubbaa miilaa biyyaalessaa ugguruu, Piiyeer Emeriik Obaamijaangiifi leenjisaa garichaa ar'uu beeksise.
Arsenaal Aston Viilaa haaloo bahate, Yunaayitidiifi Cheelsiin qe'ee ofiitti qabxii gatan
Arsenaal eda Astoon Viilaa akka gaaritti haaloo bahate. Jalqaba ji'a Muddee Astoon Viilaan daqiiqaa dhumaatti Arsenaal mo'achuun qabxii gachisiisee ture.
Arsenaal galchii 4-1 Astoon Viilaa dursaa jira; Maanchister Yuunaayitid 1-1 Woolvis
Arsenaal har'a dirree isaa irratti Astoon Viilaa morkata. Unaay Emireen Arsenaal injifachuun beekama. Taphni kun akkaan murteessaadha.
Leenjistoonni falfaltoota miti- Gaardiyoolaa
Leenjisaan Maanchister Siitii Peep Gaardiyoolaan amma ''hurriin'' Maanchister Siitii irra ture ka'eera jedhan.
Daataa qusachuu barbaadduu?
Daataa qusachuuf yeroo tokko tokko fuula barreeffama qofaa keenyaa ilaalaa.