Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Filannoo fuula keenya daataa qusatu kanaarratti hubannoo dabalataaf
Marsariitii BBC News Afaan Oromoo fuula barreeffama-qofaaf qophaa'eefi daataa xiqqaa fayyadamu ilaalaa jirtu. Gaarummaan isaa, oduun keenya hundi Barreefama-qofaan fuula daataa qusatu kana keessatti ni argamu.
Kaayyoon keenya, fuula caalaa dafee banamuufi fayyadamtoota barbaadaniif baasii xiqqeessudha. Fayyadamtoonni BBC News World Service addunyaa mararraa akka dhufaniifi gatii daataa, saffisa intarneetiifi meeshaalee garaa garaa akka qaban ni beekna.
Fuula kanneen saffisaafi salphaa gochuuf koodii baay'ee haqnee, muuxannoo fayyadamaa bakkaa bakkatti xiqqoo jijjiirreerra.
Fakkeenyaaf, fuula salphaatti banamu kanarratti suuraa ykn viidiyoo tokkollee hin argitan. Kun ammoo qabiyyee akkasii tasuma argachuu hin dandeessu jechuu miti. Fuula keenya isa guutuurraa argama jechuudha. Yoo barbaaddan geessiituu kana hordofuun salphaatti fuula sanatti ce'uu dandeessu.
Fuulli qabiyyee keenya kun muuxannoo haaraa yoo ta'u, ammallee hojiinsaa adeemsarratti kan argamudha. Fayyadamtoota keenya hanga ta'e akka fayyadu abdii qabna.