Tookiyoo 2020: Gabatee medaaliyaawwan Olompikii Tookiyoo 2020

Medal banner

Taphoota Olompikii Jappaan irratti dorgommiiwwan ispoortii 33 fi taateewwan adda addaa 339 ta'an iddoowwan sirna kanaaf qophaa'an 42 keessatti ni gaggeeffamu.

Gabateen BBC Afaan Oromoo kunis kan dorgommiiwwan Olompikii Tookiyootta gaggeefamaniifi tarreewwan meediaaliyaa biyyoonni argatan agarsiisuudha.

Haaluma kanaanis gabatee kanarratti dorgomtoota, biyya isaan bakka bu'aniifi sadarkaa saanii daqiiqaa waliin hordofnuun isin biraan geenya.

Fuulli gabatee sadarkaalee medaaliyaawwanii qabate kunis, baay'ina medaaliyaawwan warqee, meetii fi nahaasa koreewwan Olompikii biyyaaleessaa dorgommicha keessatti hirmaatan mo'atan battalumaan haaromsa.

Badhaasni meedaaliyaawwan jalqabaas Adoolessa 24, 2021tti akka kennamu eegama.

Sadarkaa

Odeessaalee walfakkaatan dabalataa: