Medaaliyaa Olompikii hanga ammaa biyyoonni Afrikaa galmeessan

Atileetoota beekamoo
Ibsa waa'ee suuraa, Olompikiin Paaris Adoolessa 26 hanga Hagayya 11 tura

Olompikiin Paaris baranaa Adoolessa 26 hanga Hagayya bultii 11 dorgomama.

Medaaliyaa warqee caalu eenyutu injifata laata?

Waltajjii ispoortii guddaa kanarratti atileetota Itoophiyaa dabalatee atileetonni biyyoota 200 ol irraa dhufan gosa ispoortii 32 irratti dorgomu.

Atileetota kanaafis walumaa gala medaaliyaa 329'tu qophaa'e.

Kanneen milkaa'aniif medaaliyaan gaafa Adoolessa 27, 2024 jalqabee kennama.

Erga Taphoonni Olompikii eegalaniihoo biyyoonni Afrikaa medaaliyaa meeqa akka argatan beektuu?

Gabaasi asiin gadi kan Itoophiyaa dabalatee medaaliyaa biyyoonni Afrikaa galmeessan nutti hima.