Suuraalee filatamoo bareedina Irreechaa calaqqisiisan muraasa

Irreechi Hora Finfinnee haala bareedaa ta'een irreeffatameera. Sirna kanarratti aayyoleen, abbootiin Gadaa, jaarsoliin, dargaggoonni, shamarran, daa'imman uffannaa aadaan faayamanii mul'atan.









Irreechi Hora Finfinnee Sambata har'aa (Onkoloolessa 4, 2025) erga kabajamee booda Dilbata ammoo Irreecha Hora Harsadiitu irreeffatama.








