Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sagantaaleefi qabxiiwwan tapha Waancaa Afriikaa bara 2023
Waancaan Afriikaa 34ffaan Ayivoorii Koostiitti gaggeeffamu bara 2023 Sambata dhufaa Amajjii 13, 2024 eegalamuuf jira. Kanaafuu sagantaaleefi qabxiilee taphoota hundaa asiin gadii argachuu waan dandeessaniif nu hordofu hin dagatiinaa.