Suuraalee mimmiidhagoo Afrikaa: Nam-fakkii dheeraafi imala dambalii bishaaniirraa

Suuraalee torban kanaa Afrikaarraa filataman:

Qurxummii kiyyeessitoonni Abijaan Roobii dambalii bishaanirra bidiruun gara lafaatti imalu

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Qurxummii kiyyeessitoonni Abijaan Roobii dambalii bishaanirra bidiruun gara lafaatti imalu
Shamarran rifeensa uumamaan miidhagina dorgoman

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Sanbata darbe Ivorii Kostii, magaalaa Abijaan shamarran dorgammii miidhaginaa 'Nappy" jedhamu gageeffataniiru. "Nappy" jechuun rifeensa uumamaa jechuudha.
Suura nam-fakii Amilkaar Karbaal daandii Giinii Bisawu irratti Kamisa Sadaasa 21, 2019 mul'ate

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Suura nam-fakii Amilkaar Karbaal nama biyyitti bulchiinsa kolonii Poorchugaal jalaa baasuuf falme, daandii Giinii Bisawu irratti Kamisa mul'ate
Biyya Giinii Bisawu keessatti rakkoo siyaasaa nagaa booresseen booda biyyattiin gara filannootti deemaa jirti. Kaadhimamtoonni 12 %50 ol argachuudhaaf dorgomanis dhiyaataniiru.

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Biyya Giinii Bisawu keessatti rakkoo siyaasaa nagaa booresseen booda biyyattiin gara filannootti deemaa jirti. Kaadhimamtoonni 12 %50 ol argachuudhaaf dorgomanis dhiyaataniiru.
Kun Roobii Sadaasa 20, 2019 ture. Godina Sidaamaa, naannoo Sabaafi Sablammoota Kibba Itoophiyaatti namoonni hiree Sidaamaan naannoo ta'uu murteessuuf sagalee kennuuf bahan. Miiraa gammachuudhaan kardii filannoo isaanii qabatanii akkasitti rifarandamicharratti aragaman.

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Godina Sidaamaa, naannoo Sabaafi Sablammoota Kibba Itoophiyaatti namoonni hiree Sidaamaan naannoo ta'uu murteessuuf sagalee kennuuf bahan. Miiraa gammachuudhaan kardii filannoo isaanii qabatanii akkasitti rifarandamicharratti aragaman.
Magaalaa guddoo Aljeeriyaa, Aljersitti namoonni hedduun rooba keessa dibaabee qabatanii Jimaata Sadaasa 15 2019 hiriira mormii yeroo bahan kan fakkaatan.

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa guddoo Aljeeriyaa, Aljersitti namoonni hedduun rooba keessa hiriira mormii yeroo bahan kan fakkaatan.
Kaartuum Sudaan keessatti deggertoonni pirezedaantii duraanii Omaar al-Bashiir Sanbata 16, 2019 yeroo hiriira bahanitti

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Kaartuum Sudaan keessatti deggertoonni pirezedaantii duraanii Omaar al-Bashiir Sanbata 16, 2019 yeroo hiriira bahanitti
Ijoolleen Roobii 20, 2019 yeroo bokoksee halluu diimaafi magariisa Marakeesh, Morookoo keessatti yeroo gadi dhiisaa jiranitti

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Ijoolleen Roobii 20, 2019 bokoksee halluu diimaafi magariisa Marakeesh, Morookoo keessatti yeroo gadi dhiisaa jiranitti
Kibxata 19, 2019 dubartiin uccuu gurgurtu yeroo magaalaa Monoriiviyaa, Laayibeeriyaa keesatti uccuu dachaasaa jirtu

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Kibxata 19, 2019 dubartiin uccuu gurgurtu yeroo magaalaa Monoriiviyaa, Laayibeeriyaa keesatti uccuu dachaasaa jirtu
Taatuun beekamtuu biyya Masirii Mennaa Shalabii (bitaarraan) yeroo Roobii 20, 2019 tatoo cimtuu ta'uun Tuniiziyaatti badhaasa fudhattu

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Taatuun beekamtuu biyya Masirii Mennaa Shalabii (bitaarraan) yeroo Roobii 20, 2019 tatoo cimtuu ta'uun Tuniiziyaatti badhaasa fudhattu
Dubartii festivaalii muuziqaa Tuniiziyaa keessatti Sanbata 16, 2019 qophaa'erratti shubbistu

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Dubartii festivaalii muuziqaa Tuniiziyaa keessatti Sanbata 16, 2019 qophaa'erratti shubbistu
Festivaalii muuziqaa Tuniiziyaatti Sanbata 16, 2019 qophaa'erratti namoonni ibiddatti naanna'anii jiru

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Festivaalii muuziqaa Tuniiziyaatti Sanbata 16, 2019 qophaa'erratti namoonni ibiddatti naanna'anii jiru
Dhiironni yeroo festivaalii muuziqaa Taanzaaniyaatti Sanbata 16, 2019 qophaa'erratti yeroo shubbisan

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Dhiironni yeroo festivaalii muuziqaa Taanzaaniyaatti Sanbata 16, 2019 qophaa'erratti yeroo shubbisan
Poolisoonni yeroo deggertoota Warraaqasa Zimbaabuwee Jijjiirama Dimokiraasiif waajira paartichaatti bahan magaalaa Haraaree keessatti ilaalaa jiru

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Poolisoonni yeroo deggertoota Warraaqasa Zimbaabuwee Jijjiirama Dimokiraasiif waajira paartichaatti bahan magaalaa Haraaree keessatti ilaalaa jiru
Poolisiin kora bitinneessaa yeroo dubartii Haraaree, Zimbaabuwee keessatti miidhaa irraan ga'utti

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Poolisiin kora bitinneessaa yeroo dubartii Haraaree, Zimbaabuwee keessatti miidhaa irraan ga'utti
Qonnaan bulaan yeroo Chishawaashaa, Zimbaabuwee keessatti sangootaan qotaa jiru, Kibxata 19,2019

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Qonnaan bulaan yeroo Chishawaashaa, Zimbaabuwee keessatti sangootaan qotaa jiru, Kibxata 19,2019
Jimaata 15, 2019 yeroo lammileen biyya biraa Afrikaa Kibbaa keessa jiran Mana Amanataa Metodistii keep Tawoon keessa jirutti baqatanii jiran

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Jimaata 15, 2019 yeroo lammileen biyya biraa Afrikaa Kibbaa keessa jiran Mana Amanataa Metodistii keep Tawoon keessa jirutti baqatanii jiran
Dilbata 17, 2019 namoonni yeroo Afrikaa Kibbaa keessatti Riqicha Maandellaa irra offan

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Dilbata 17, 2019 namoonni yeroo Afrikaa Kibbaa keessatti Riqicha Maandellaa irra offan

Maddi suuraalee AFP, EPA fi Reuters