Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Taphattoota ciccimoo Afriikaa 11 waancaa Addunyaa injifachuu danda'an filadhaa
Biyyoonni Afriikaa shan Waancaa Addunyaa bara 2018 kan Raashiyaatti taphatamurratti hirmaachuuf jiru.
Waggoota darban, biyyootnni Afriikaa taphoota kubbaa miilaa Addunyaa bebbeekamoorratti hirmaatan lakkoofsaan muraasa turan.
Mala isiniif dhoofne fayyadamuun Afriikaarraa garee ni mo'ata jettu kan nuti tarreessine keessaa filadhu, kunneen kan garee ogeeyyii Kubbaa Miilaa BBC Afriikaatiin filatamaniidha.
Biyyoota shanan kana keessaa taphattoota ciccimoo 11 filachuun garee cimaa tokko kan waancaa addunyaa injifatuu danda'u ijaaraa.
Garee mataa keesanii filachuuf mallaattoo ida'uu irratti cuqaasaa.
Garee filattan hiriyoota keessaniif qoodaa, isa booda seenaa taphattoonni Waancaa Addunyaa keessatti qaban hubattu.