Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ramaddii garee Waancaa Addunyaa 2018
Ramaddiin Waancaa Addunyaa 2018 beekamee jira.
Yeroo shan kan injifatte Biraaziil, injifattuu yeroo darbee Jarmanii, Arjantiinaa, Awustraaliyaa, Beeljiyem, Kolombiyaa, Koostaa Riikaa, Kirooshiyaa, Deenmaark, Masirii, Ingilaand, Firaans, Ayislaand, Iraan, Jappaan, Meeksiikoo, Morokoo, Nayjeeriyaa, Paanaamaa, Peeruu, Poolaand, Poorchugaal, Sa'udii Arabiyaa, Senegaal, Sarbiyaa, Kooriyaa Kibbaa, Ispeen, Siwiidin, Siwiizarlaand, Tuniziyaa fi Uraaguwaay biyyoota 31 gara Raashiyaatti imalanidha.
Ofii, biyyoonni kunneen garee kam keessatti ramadamani? Seenaan isaanii hoo maal fakkaata? Taphattoonni ciccimoo gareelee kanneenii eenyu, leenjistoonni isaanii hoo eenyu? Hidhaawwan kunneen yoo cuqaastan, odeessa guutuu argattu.