Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 9
Listen to find out how to ask about someone’s birthday.
Akkaataa guyyaa dhalootaa nama tokko ittiin gaafatan hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 9
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
When's your birthday?
Listen to find out how to ask about someone’s birthday.
Akkaataa guyyaa dhalootaa nama tokko ittiin gaafatan hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kan caqasiitii qorami.

Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan siif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagaan dhufte. Ani Ammayyuudha. Kutaa kana keessatti guyyaan dhalootaa namootaa yoom akka ta’e akkaataa itti gaafatan ni baratta.
Namoonni lama guyyaan dhaloota isaanii yoom akka ta’e yeroo walgaafatan caqasi.
Amy
When’s your birthday?
Phil
My birthday’s on June the 10th.
Amy
Mine’s on October the 3rd.
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’in; shaakaluuf akka sigargaaru haasawicha addaan qoodna.
Emiin jalqaba, ‘Guyyaan dhalootakee yoomi?’’ ‘When is your birthday?’ jettee Fiil gaafatte. Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.
When’s your birthday?
San booda Fiil, ‘’Guyyaan dhalootakoo gaafa Waxabajjii bultii 10ffaa’ ‘‘My birthday’s on June the 10th’ jedhe. Guyyaa isaa bultii fi ji’a waliin himuuf, jecha’‘on’’ jedhu fayyadamna. Fkn, ‘‘on May the 10th’ and ‘on April the 22nd.’’ Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.
My birthday’s on June the 10th.
Guyyaa dhaloota keenyaa ibsuuf ji’oota bara Sanaa himna; isaanis:
January Amajjii
February Guraandhala
March Bitootessa
April Ebla
May Caamsa
June Waxabajjii
July Adoolessa
August Hagayya
September Fulbaana
October Onkoloolessa
November Sadaasa
December Muddee
Ittaansee, lakkoofsota sadarkaa agarsiisan fayyadamuun guyyaa dhalootaa ibsuu si barbaachisa. Lakkoofsonni sadarkaa tokko, lama akkasumas sadii akka asiin gaditti ibsamu:
First, second, third.
Lakkoofsota afurii hanga digdamaatti jiranif sagalee ‘ffaa’’ jedhu dhuma jechaatti idaata. Fakkeenyaaf
Fourth Afraffaa
Tenth Kurnaffaa
Eighteenth Kudha saddeettaffaa
Lakkoofsota biroo digdamaa ol jiranif digdamaafi lakkoofsa sadarkaa agarsiisan qeenxee walitti fiduun barbaachisa.
Twenty-fourth digdamii afraffaa
Twenty-seventh digdamii shanaffaa
Twenty-ninth digdamii sagalaffaa
Kanaaf Emiin. ‘Kankoo gaafa Onkoloolessa bultii sadaffaa’ Mine’s on October the 3rd ’ jettee Fiilitti himte. Gaalicha caqasiitii irra-deebi’i.
Mine’s on October the 3rd.
Dansa! Amma namoonni garaa garaa waa’ee guyyaa dhaloota isaanii yeroo dubbatan caqasiitii isa ati jette waliin wal bira qabii mirkaneeffadhu.
When’s your birthday?
My birthday’s on May the 23rd.
Mine’s on January the 10th.
When’s your birthday?
My birthday’s on February the 13th.
Mine’s on August the 8th.
Gaariidha! Afaan Ingilizii hangam akka yaadattu haa ilaallu. Himoota Afaan Oromoon caqasiiti Afaan Ingiliziin maal akka ta’an dubbadhu.
Guyyaan dhalootakee yoomi?
When’s your birthday?
Guyyaan dhalootakoo gaafa Waxabajjii bultii kurnaffaa dha.
My birthday’s on June the 10th.
Kankoo gaafa Onkoloolessa bultii sadaffaa dha.
Mine’s on October the 3rd
Gaariidha, ammammoo wantoota ijoo har’a baranne dhaggeeffachuuf waan Emii fi Fiil haasa’aan irra-deebi’ii caqasi.
Amy
When’s your birthday?
Phil
My birthday’s on June the 10th.
Amy
Mine’s on October the 3rd
Baay’ee gaariidha. Amma Afaan Ingiliziitiin guyyaan dhaloota isaanii yoom akka ta’e namoota gaafachuu dandeessa. Waan baratte shaakaluu hindagatin. Hiriyyaa barbaaddadhuutii Afaan Ingiliziitiin guyyaan dhalootasaa/shii yoom akka ta’e gaafachuudhaan shaakali.
Guyyaa dhalootaa ibsuuf ji’aa fi lakkoofsa guyyaa sirrii fayyadami.
Barnoota Essential English Conversation dabalataaf yeroo itti-aanu walitti deebina. Nagaatti!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaaffichaaf sirrii deebisuun waan baratte mirkaneeffadhu.
When is your birthday?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ኣመት
_nQuestion 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ኣመት
Qubeewwan afurQuestion 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ኣመት
Qubeewwan sadiiQuestion 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
When’s your birthday?
Guyyaan dhalootakee yoomii?My birthday’s on ______ the ______.
My birthday’s on ______ the ______. Guyyaan dhalootakoo ______ gaafa bultii_____.My birthday’s on the ______ of ______.
My birthday’s on the ______ of ______. Guyyaan dhalootakoo ______ gaafa bultii_____.January
AmajjiiFebruary
GuraandhalaMarch
BitootessaApril
EblaMay
CaamsaJune
WaxabajjiiJuly
AdoolessaAugust
HagayyaSeptember
FulbaanaOctober
OnkoloolessaNovember
SadaasaDecember
Mudde