Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 5
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Kutaalee barnootaa afran taran keessatti waan baranne itti dhimma bahuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 5
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Meeting new people: Review
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Kutaalee barnootaa afran taran keessatti waan baranne itti dhimma bahuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee caqasiitii qormaata fudhadhu.

Ammayyuu
Akkami! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan siif dhiheessu, gara Essential English Conversation baga nagaan dhufte. Ani Ammayyuudha.
Kutaa kana keessatti, wantoota barnoota afran yeroo darbe baranne ni shaakalta. Barnoota yeroo darbe baranne keessatti akkaataa maqaalee keenya ittiin ibsinuufi namoota biroos gaafannu, eessarraa akka dhufne, maal akka hojjannuufi lakkoofsa bilbilaa keenya akkatti kenninu baranneerra. Haasawa kana caqasi.
Sarah
Hello, I'm Sarah. What's your name?
Matthew
Hi. My name's Matthew. Nice to meet you.
Sarah
Where are you from?
Matthew
I’m from Leeds. How about you?
Sarah
I’m from Cardiff. What do you do?
Matthew
I’m an engineer.
Sarah
What’s your phone number?
Matthew
It’s 0113 496 0578.
Sarah
Thanks!
Ammayyuu
Hangam yaadatta? Mee si haa gaafannu. Deebii sirrii otoo hin dhagahiin dura, maal akka jettu yaaduuf yeroon siif kennameera.
Tole, gaaffii jalqabaa- Akkamiin ‘Hayyee, maqaankee eenyu?’ jetta.
Hello, what’s your name?
Ammayyuu
Amma, ‘Maqaankoo …’ jedhiiti maqaakee itti dabalii himi.
My name’s Matthew.
Ammayyuu
Ammammoo, ‘Si argachuukootti gammadeera’ jedhi.
Nice to meet you.
Ammayyuu
Amma, ‘Eessarraa dhufte?’ jechuun gaafadhu?
Where are you from?
Ammayyuu
Ammammoo, Ani jedhiiti bakka irraa dhufte itti dabali.
I’m from Leeds.
Ammayyuu
Amma, ‘Atihoo?’ jedhii gaafadhu.
How about you?
Ammayyuu
Ammammoo, ‘Maal hojjatta?’ jechuun gaafadhu.
What do you do?
Ammayyuu
Amma, ‘Ani injiinara’ jedhi.
I’m an engineer.
Ammayyuu
Ammammoo, ‘lakkoofsi bilbilakee meeqa?’ jedhii gaafadhu.
What’s your phone number?
Ammayyuu
Amma, ’01 13 496 0578’ jedhi.
0113 496 0578
Ammayyuu
Dhumarratti, ‘Galatoomii’ jedhi.
Thanks!
Ammayyuu
Hubachuuf yoo si rakkise hinyaadda’iin, dabaltee akka shaakaltuuf si gargaarra.
Kanaafuu, gaaleewwan Afaan Ingilizii dabalii caqasiiti irra deebi’i.
Hello, I'm Sarah. What's your name?
Hi. My name's Matthew. Nice to meet you.
Where are you from?
I’m from Leeds.
How about you?
I’m from Cardiff.
What do you do?
I’m an engineer.
What’s your phone number?
It’s 0113
496
0578
Thanks!
Ammayyuu
Gaariidha, amma haasawa guutuu dabalii caqasi.
Sarah
Hello, I'm Sarah. What's your name?
Matthew
Hi. My name's Matthew. Nice to meet you.
Sarah
Where are you from?
Matthew
I’m from Leeds. How about you?
Sarah
I’m from Cardiff. What do you do?
Matthew
I’m an engineer.
Sarah
What’s your phone number?
Matthew
It’s 0113 496 0578.
Sarah
Thanks!
Ammayyuu
Gaarii hojjette! Amma wayita nama waliin wal agartu akkamiin maqaa akka gaafattu, eessarraa akka dhufte, maal akka hojjattuufi lakkoofsa bilbilakee akkamiin akka kennitu baratteetta.
Qophiiwwan Essential English Conversation dabalataaf yeroo ittaanu walitti deebina. Nagaatti!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaaffiichaaf deebii sirrii ta’e filachuun waan baratte hubadhu.
Meeting new people: Review
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii filadhu.
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii filadhu.
ኣመት
Maqaa.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii filadhu.
ኣመት
Bakka.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii filadhu.
ኣመት
Hojii.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
Hello.
Hayyee.
Hi.
Hayyee.
I'm ______.
Ani…dha.
My name's ______.
Maqaankoo….dha.
What's your name?
Maqaankee eenyu?
Nice to meet you.
Si arguukootiin gammadeera.
Where are you from?
Ati eessarraati?
I’m from ______.
Ani…irraan dhufe.
How about you?
Atihoo?
What do you do?
Maal hojjatta?
I’m a/ an______.
Ani…dha.
What’s your phone number?
Lakkoofsi bilbilakee meeqa?
It’s ______.
…dha.
Thanks!
Galatoomi.