Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 18
Listen to find out how to ask for directions.
Akkaataa kallattiiwwan ittii gaafattu hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 18
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
How do I get to…?
Listen to find out how to ask for detailed directions.
Akkaataa kallattiiwwan sirriitti gaafattu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kan caqasiitii battallee kana hojjedhu.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baru kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagana dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa kana keessatti, bakkawwan magaalaakee keessa jiran akkamiin deemuu akka dandeessu akkaataa ittiin gaafattu baratta.
Akkamiin gara suupparmaarkeetii akka dhaqan ykn deeman, namoonni lama wayita walitti dudubbatan caqasi.
Phil
How do I get to the supermarket?
Sam
Turn left, go straight on, turn right. It’s on Queen Street.
Phil
Thanks!
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Dubbataan jalqabaa, akkamiin gara ‘supermarket’ yookaan supparmaarkeetii akka dhaqu gaafate. ‘Akkamiinin gara…dhaqa’ gaafii jedhutti fayyadamuudhaan bakka dhaqu jecha ‘supparmaarkeetii’ ‘supermarket’ jedhu itti dabale. Gaalica caqasiitii irradeebi’i.
How do I get to the supermarket?
Caalii
Ittaansuudhaan dubbattuun lammataa kallattii ittiin deemu itti himte. Jalqaba gara bitaatti akka goru ‘turn left’ jetteen. Gara fuulduratti deemuu akka qabu ‘go straight on’ jchuun erga itti himte dhumarratti gara harka mirgaatti akka maquus ‘turn right’ jechuun hubachiifte. Gaalicha caqasiitii irra deebi’i.
Turn left.
Go straight on.
Turn right.
Caalii
Sana booda ‘Queen Street’ Kuwiin Istriit (Daandii Kuwiin) irratti akka argamu itti himte. ‘…irratti argama’ ‘It is on…’ maqaa dandii sanaa itti dabaluun itti himte. Gaalicha caqasiitii irradeebi’i.
It’s on Queen Street.
Caalii
Dubbataan jalqabaa, gargaarsa godhameef ‘galatoomi!’ ‘Thanks!’ jedhe. Gaalicha caqasiitii irradeebi’i.
Thanks!
Caalii
Baay’ee gaarii! Ammammoo namoonni gara garaa kallattii irra deeman addaa addaa wayita walgaggaafatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
Petee gara baankii ‘bank’ deemuu barbaada.
How do I get to the bank?
Turn right, go straight on, turn left. It’s on Perth Road.
Thanks!
Caalii
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi’i.
How do I get to the supermarket?
Turn left.
Go straight on.
Turn right.
It’s on Queen Street.
Thanks!
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hangam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota afaankeetiin caqasiitii Afaan Ingiliziin maal akka ta’an himi.
Akkamiinin gara supparmaarkeetii dheemu danda’aa?
How do I get to the supermarket?
Gara bitaatti gori.
Turn left.
Gara fuulduratti deemi.
Go straight on.
Gara mirgaatti gori.
Turn right.
Ku wiin Istiriitiirratti argama.
It’s on Queen Street.
Galatoomi!
Thanks!
Caalii
Mishaa! Tole, amma Afaan Ingiliziitiin akkaataa ittiin kallattiiwwan gaafattuufi himtu beekta. Dubbataa jalqabaa kallattiiwwan gaafatuuf deebii kennuudhaan shaakali.
How do I get to the supermarket?
Thanks!
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’iitii caqasi.
Phil
How do I get to the supermarket?
Sam
Turn left, go straight on, turn right. It’s on Queen Street.
Phil
Thanks!
Caalii
Hojii gaarii! Amma Afaan Ingiliziin ka llattii bakkawwan magaalaakee keessatti argamanii gaafachuus ta’e himuu ni dandeessa.Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa/ koodee tokko barbaaddadhuutii Afaan Ingiliziin kallattiiwwan gaafachuufis ta’e himuun shaakali. Barnoota dabalataa Essential English Conversationiin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafii gaafatameef deebii sirrii ta’e filuun hanga yoonaatti maal akka baratte mirkaneeffadhu.
How do I get to...?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Karaa (akkaata itti bakka tokko deeman) gaafachuutti jirta.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Jechi kun yeroo hunda 'straight' waliin deema.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Jechi kun kallattii jijjiiruu hima.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
How do I get to ______?
Akkamiiniin gara ______ deemuu danda’aa?the supermarket
supparmaarkeetiithe bank
baankiithe post office
mana poostaaGo straight on.
Gara fuulduraatti deemi.Turn right.
Gara mirgaatti goriTurn left.
Gara bitaatti goriIt’s on ______.
(Innia) ______ irratti argama.Thanks!
Galatoomi!