Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 29
Listen to find out how to pay for something at the till.
Akkamitti kaffaltiin waantokkoo akka raawwatamu hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 29
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Bakka kaffaltii
Listen to find out how to pay for something at the till.
Akkamitti kaffaltiin waantokkoo akka raawwatamu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Battallee fudhachuuf sagalee kana caqasi.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baru kan hindandeenye gara qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessutti baga nagana dhufte. Ani Calliidha. Kutaa kana keessatti, kaffaltii suuqii keessatti raawwachuuf qooqa ittifayyadamtu baratta.
Namni lama suuqii keessatti wayita walitti dudubbatan caqasi.
Shop Assistant
That’s 9.99, please.
Tony
Can I pay with a credit card?
Shop Assistant
Yes. Sign here, please.
Tony
Thank you.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Jalqaba, gargaaraan suuqichaa, gatiin waliigalaa kafalu qabdu ‘9.99’ jechuun Tooniitti hime. Gatii meeshichaa yoo himnu, digiitiiwwan lameen tuqaa deesimaalii duraafi duuba jiran adda baafnee akka dubbatamu yaadadhu. Fakkeenyaaf, 12.99, jechuun ‘12.99’ dha, akkasumas 20.99, jechuun ‘20.99’dha. Caqasiitii irradeebi’i.
That’s 9.99, please.
Caalii
Ittaansuunis Toon, ‘Kredit kaardiin kaffaluu danda’aa?’ ‘Can I pay with a credit card?’ jedhe. Deebit kaardiin yoo kaffalluu feete, ‘Debiit kaardiin kaffaluu danda’aa?’ ‘Can I pay with a debit card?’ jechuu dandeessa. Maallaqaan yoo kaffaluu feete, ‘Maallaqaan kaffaluun danda’aa?’ ‘Can I pay with cash?’ jettee gaafachuu dandeessa. Caqasiitii irradeebi’i.
Can I pay with a credit card?
Caalii
Gargaaraan suuqichaas ittaansee, ‘Eeyyee. Asitti malatteessi maaloo’ ‘Yes. Sign here, please.’ Jechuudhaan deebii laate. Caqasiitii irradeebi’i.
Yes. Sign here, please.
Caalii
Suuqicha bahuun dura, Tooniin, haala kabaja mul’isuun gargaaraa suuqichaan, ‘Galatoomi’ jedhe. Caqasiitii irradeebi’i.
Thank you.
Caalii
Baay’ee gaarii. Ammammoo namoonni gara garaa suuqii keessatti wayita dudubbatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
That’s 14.99, please.
Can I pay with cash?
Yes. Here’s your receipt and change.
Thank you.
That’s 19.99, please.
Can I pay with a debit card?
Yes. Sign here, please.
Thank you.
That’s £8.95, please.
Can I pay with a credit card?
Yes. Sign here, please.
Thank you.
Caalii
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingiliziin caqasiitii irradeebi’i. Yeroo kanatti tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
That’s 9.99, please.
That’s 9.99, please.
Can I pay with a credit card?
Can I pay with a credit card?
Yes. Sign here, please.
Yes. Sign here, please.
Thank you.
Thank you.
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hagam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingiliziin maal akka ta’an himi.
Sun 9.99.
That’s 9.99, please.
Kreediit kaardiin kaffaluu danda’aa?
Can I pay with a credit card?
Eeyyee. Asitti mallatteessi maaloo.
Yes. Sign here, please.
Galatoomi.
Thank you.
Caalii
Misha! Tole, meeshaan suuqii keessaa bittuuf, qooqa fayyadamtu ni beekta. Haasawicha Shaani wajjin shaakali. Kaardiin kaffaluu yoo dandeesseef gafadhu. Akkasuma wayita suuqiicha dhiistee bahuuf jettu ‘galatoomi’ jedhi.
That’s 9.99, please.
Yes, sign here, please.
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’ii caqasi.
Shop Assistant
That’s 9.99, please.
Tony
Can I pay with a credit card?
Shop Assistant
Yes. Sign here, please.
Tony
Thank you.
Caalii
Hojii gaarii! Amma meeshaalee suuqiirraa bittu kaffaluuf qooqa fayyadamtu beekta. Waan hanga yoonaatti baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa tokko barbaaddadhuutii, ‘Kredit kaardiin kaffaluu danda’aa?’ ‘Can I pay with a credit card?’ jettee gaafachuun shaakali. Barnoota dabalataa haasawa Afaan Ingilizii Guyyuutiin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafichaaf deebii sirrii ta’e filachuun waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
At the till
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Waa’ee tartiiba jechaa sirrii ta’e yaadi.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Kireediit kaardii tokkoon kaffaluu keenyaaf gaafachuukoo yaadadhu.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Deebiin kanaa ‘eeyee’ ykn ‘lakki’ dha.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English to learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo, kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti, yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
That’s ______, please.
Sun ______ dha, maaloo.
Can I pay with a debit card?
Deebit kaardiin kaffaluu danda’aa?
Can I pay with a credit card?
Kireedit kaardiin kaffaluu danda’aa?
Can I pay with cash?
Maallaqaan kaffalu danda’aa?
Yes. Sign here, please.
Eeyee. Asitti mallatteessi maaloo.
Yes. Here’s your receipt and change.
Eeyee. Nagayeefi deebiinkee kunooti.
Thank you.
Galatoomi.