Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 16
Listen to find out how to ask someone where they live.
Namni tokko eessa akka jiraatu akkaataa ittiin gaafattu hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 16
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Where do you live?
Listen to find out how to ask someone where they live.
Namni tokko eessa akka jiraatu akkaataa itti gaafattu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kan caqasiitii battallee kana hojjedhu.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baru kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagana dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa kana keessatti, bakka jireenya kee akkaataa ittii himtu baratta.
Namootiin lama eessa akka jiraatan (bakka jireenyasaanii) wayita walgaggaafatan caqasiitii akkamiin akka dubbatamu hubadhu.
Sian
Hi Phil, where do you live?
Phil
I live near the market. How about you?
Sian
I live in London.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Isheen jalqaba dubbatte, eessa jiraatta? ‘Where do you live?’ ‘Jechuun gaafatte?’ Gaalicha caqasiitii irradeebi’ii.
Where do you live?
Caalii
Inni lammaffaa ammo ‘the market’ ‘bakka gabaatti’ dhihoo ta’een jiraadha jedhe. Bakka manakeetti dhihaatu maqaa dhahuun ‘An bakka ______‘tti dhihoo ta’een jiraadha’ jechuu dandeessa. Gaalicha caqasiitii irradeebi’i.
I live near the market.
Caalii
Ittaansuudhaan gaafii walfakkaatu dubbattuu jalqabaa gaafate. Gaafii namni tokko si gaafateef atis nama sanarraa deebii kan feetu yoo ta’e, ‘Atihoo?’ ‘How about you?’ jechuu dandeessa. Gaalicha caqasiitii irradeebi’i.
How about you?
Caalii
Dubbattuun jalqabaa Landan jiraatti, kanaafuu ‘An kanan jiraadhu’ ‘I live in…’ jechuun Landan itti dabalte. Gaalee ‘I live in…’ jedhu kana maqaa magaalaa, naannoo yookaan biyya keessa jiraattuu itti dabaluun itti fayyadamu dandeessa. Gaalee kana caqasittii irra deebi’i.
I live in London.
Caalii
Ammammoo namoonni gara garaa wayita waa’ee bakka jireenyaa isaanii dubbatan caqasuun ati maal akka jette turte mirkaneefadhu.
Maark bakka galaanatti dhihoo ta’e jiraata.
Hi Mark, where do you live?
I live near the sea. How about you?
I live in Manchester.
Kleer bakka hospitaalatti dhihoo ta’e jiraatti.
Hi Claire, where do you live?
I live near the hospital. How about you?
I live in Birmingham.
Caalii
Tole, mee amma irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi’i. Tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
Where do you live?
Where do you live?
I live near the market.
I live near the market.
How about you?
How about you?
I live in London.
I live in London.
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hangam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota afaankeetii caqasiitii Afaan Ingiliziin maal akka ta’an himi.
Akkam jirta Fiil, eessa jiraatta?
Hi Phil, where do you live?
Bakka gabbaatti dhihoo ta’en jiraadha.
I live near the market.
Atihoo?
How about you?
Ani Landan keessan jiraadha.
I live in London.
Caalii
Mishaa! Tole, amma eessa akka jiraattu akkaataa ittiin dubbattu beekta. Dubbataa jalqabaa ‘eessa jiraatta?’ jechuudhaan gaafatuuf deebii kennuudhaan shaakali.
Hi, where do you live?
I live in London.
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’iitii caqasi.
Sian
Hi Phil, where do you live?
Phil
I live near the market. How about you?
Sian
I live in London.
Caalii
Hojii gaarii! Amma eessa akka jiraattu dubbachuufi namoota biroollee gaafachuu ni dandeessa.Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa/koodee tokko barbaaddadhuutii Afaan Ingiliziitiin bakka jreenyaa isaa/ishee gaafadhu akkasumas kan kee itti himuun shaakali. Barnoota dabalataa Essential English ‘Conversationiin’ yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by putting the words in the correct order.
Jechoota tartiibaan sirrii ta’een tarreessuun, waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
Where do you live?
3 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een kaa’i.
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een kaa’i.
ኣመት
Namoonni eessa akka jiraatan gaafachaa jirta.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een kaa’i.
ኣመት
Jalqaba eessa akka jiraattu himi. Ittaansuun waa’ee nama biraa gaafadhu.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een kaa’i.
ኣመት
Magaalaawwaniifi biyyootaaf jecha ‘keessa’ ykn ‘in’ jedhu fayyadamna.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
Where do you live?
Eessa jiraatta?
I live near ______.
Ani______tti dhihoon jiraadha.
How about you?
Atihoo?
I live in ______.
Ani______Keessan jiraadha.
the market
bakka gabaa
the bus station
bakka buufata konkolaataa
the hospital
hospitaala
the city centre
gidduugaleessa magaalaa