Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 8
Listen to find out how to ask how old somebody is.
Umrii nama tokko akkaataa ittiin gaafattu hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 8
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
How old are you?
Listen to find out how to ask how old somebody is.
Umrii nama tokko akkaataa ittiin gaafattu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kan caqasiitii qorami.

Ammayyuu
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan siif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagaan dhufte. Ani Ammayyuudha. Kutaa kana keessatti umrii namootaa gaafachuu ni baratta.
Namoonni lama yeroo umrii isaanii walgaafatan caqasi.
Gina
How old are you?
Tom
I’m thirty-five. How about you?
Gina
I’m twenty-three.
Ammayyuu
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’in; shaakaluuf akka sigargaaru haasawicha addaan qoodna. Jalqaba Jiinaan ‘How old are you?’ ‘Umriin kee meeqa?’ jettee Toom gaafatte. Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.
How old are you?
Ammayyuu
Sanbooda Toom, ‘I’m thirty-five’, ‘Ani soddomii shan’ jedhe. Umrii keenya himuuf ‘I’m…’ jennee itti dabaluun dubbanna. Lakkoofsonni salphaadha. ‘Eleven and twelve’ ‘kudha tokkoofi kudha lama’ booda xumurri lakkoofsotaa 13 -19 jiran sagalee ‘teen’ jedhuun goolabamu. Kanaafuu, akka asiin gadi jenna.
Eleven kudha tokko
Twelve kudha lama
Thirteen kudha sadii
Fourteen kudha afur
Fifteen kudha shan
Sixteen kudha jaha
Seventeen kudha torba
Eighteen kudha saddeet
Nineteen kudha sagal
Ammayyuu
Lakkoofsa 25 ibsuuf digdama ‘twenty’ fi shan ‘five’ walitti fiduun ‘twenty-five’ jenna’. 47 ibsuuf ‘forty’ afurtama fi ‘seven’ ‘torba’ walitti fiduun ‘forty-seven’, jechuun dubbanna. Lakkoofsonni digdamaa hanga sagaltamaatti jiran akka ittaanutti waamamu:
Twenty digdama
Thirty soddoma
Forty afurtama
Fifty shantama
Sixty jahaatama
Seventy torbaatama
Eighty saddeettama
Ninety sagaltama
Ammayyuu
Itti-aansee Toom, ‘Ani soddomii shan’ ‘I’m thirty-five’, jedhe. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.
I’m thirty-five.
Ammayyuu
Toom gaaffiiidhuma walfakkaatu deebisee ‘Atihoo?’ ‘How about you?’ jechuun gaafate. Caqasiiti gaalicha irra-deebi’i.
How about you?
Ammayyuu
Dhumarratti, Jiinaan ‘I’m twenty-three’ jechuun digdamii sadii ta’uushee Toomitti himte. Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.
I’m twenty-three.
Ammayyuu
Dansa. Amma namoonni garaa garaa wayita umrii isaanii walgaafatan caqasiiti isa ati jette waliin walbira qabii mirkaneeffadhu.
How old are you?
I’m seventeen. How about you?
I’m sixteen.
How old are you?
I’m fifty-eight. How about you?
I’m seventy-four.
How old are you?
I’m forty-two. How about you?
I’m twenty-six.
Ammayyuu
Gaariidha! Afaan Ingilizii hangam akka yaadattu haa ilaallu. Himoota Afaan Oromoon caqasiiti Afaan Ingiliziin maal akka ta’an himi.
Umriinkee meeqa?
How old are you?
Ani soddomii shan. Atihoo?
I’m thirty-five. How about you?
Ani digdamii sadii.
I’m twenty-three.
Ammayyuu
Gaariidha! Ammammoo wantoota ijoo har’a baranne dhaggeeffachuuf waan Jiinaa fi Toom dubbatan irra-deebi’ii caqasi.
Gina
How old are you?
Tom
I’m thirty-five. How about you?
Gina
I’m twenty-three.
Ammayyuu
Baay’ee gaariidha. Amma Afaan Ingiliziitiin umuriin isaanii meeqa akka ta’e namoota gaafachuu dandeessa. Waan baratte shaakaluu hindagatin. Hiriyyaa barbaaddadhuutii Afaan Ingiliziitiin umriinsaa/shii meeqa akka ta’e gaafachuudhaan shaakali. Waan gaafatamte deebistee gaafachuu akka hin daganne.
Barnoota Essential English Conversation dabalataaf yeroo itti-aanu walitti deebina. Nagaatti!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaaffichaaf sirrii deebisuun waan baratte mirkaneeffadhu.
How old are you?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ኣመት
Ani/ Inni/ Ati_______dha.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ኣመት
Qubeewwan sadii.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.
ኣመት
Xumura lakkoofsaa sirriitti hubadhu.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
How old are you?
Umriinkee meeqa?I’m ______.
Ani ______.How about you?
Atihoo?eleven
kudha tokko
twelve
kudha lama
thirteen
kudha sadii
fourteen
kudha afur
fifteen
kudha shan
sixteen
kudha jaha
seventeen
kudha torba
eighteen
kudha saddeet
nineteen
kudha sagal
twenty
digdama