Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 1
Listen to find out how to introduce yourself to new people.
Akkaataa namoota haaraatti of beeksistu hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 1
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
My name is...
Listen to find out how to introduce yourself to new people.
Akkaataa namoota haaraatti of beeksistu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee caqasiitii qormaata fudhadhu.

Ammayyuu
Akkam, barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan siif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagaan dhufte. Ani Ammayyuudha. Kutaa kana keessatti akkaataa ittiin of ibsitu barachuuf jirta.
Namoonni lama yeroo jalqabaaf walitti dhufan akkamiin akka walitti dubbatan caqasi.
Sian
Hello, I'm Sian. What's your name?
Phil
Hi. My name's Phil. Nice to meet you.
Sian
Nice to meet you, too!
Ammayyuu
Yoo hubachuuf si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaru haasawicha addaan qoodna.
Dubartiin jalqabaa ‘Hello, I’m Sian’ ‘Akkam, ani Shaan’ jette. Atis 'Hello I'm…jettee maqaakee itti aansuu dandeessa. Gaalicha caqasiitii irra deebi’i.
Hello, I'm Sian.
Ammayyuu
Itti aansuudhaan ‘what’s your name?’ maqaankee eenyu? jettee nama biraa gaafatte. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.
What's your name?
Ammayyuu
Kan lammata dubbate maqaasaa himuuf haala addaa fayyadame ‘my name is… ‘maqaankoo…jedhe’. Atis maqaakee himuuf, ‘I’m...’ yookiin ‘my name is…’ jettee fayyadamuu dandeessa. Gaalicha caqasii irra deebi’i.
My name's Phil.
Ammayyuu
Maqaasaa eega waamee booda Fiil itti dabalee 'nice to meet you' ’si arguukootti gammachuun qaba’ jedhe. Gaalicha caqasii irra deebi’i.
Nice to meet you.
Ammayyuu
San booda Shaan ‘nice to meet you’ ‘si arguukootti gammachuun qaba’ jechuun deebiste. Garuu dhuma gaalichaarratti waan nama sanaaf deebisuuf itti fayyadamnu ‘too’ anillee itti dabalte. Gaalicha caqasii irra deebi’i.
Nice to meet you, too.
Ammayyuu
Gaariidha- ammammo, wayita yeroo jalqabaaf namoonni gara garaa walitti dhufan maal akka jedhan isa ati jette waliin walbira qabii caqasi.
Hi, I'm Pete. What's your name?
Hi. My name's Mark. Nice to meet you.
Nice to meet you, too!
Hi, I'm Alice. What's your name?
Hi. My name's Claire. Nice to meet you.
Nice to meet you, too!
Ammayyuu
Tole, kana irra deebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiiti irra deebi’i. Hima tokko si’a tokko dhageessa.
Hello, I'm Sian. What's your name?
Hi. My name's Phil. Nice to meet you.
Nice to meet you, too!
Ammayyuu
Gaariidha! Hangam Afaan Ingilizii akka yaadattu haa ilaallu. Himoota qooqa keetiin caqasiiti Afaan Ingiliziitiin maal akka ta’an dubbadhu.
Akkam, Ani Shaan.
Hello, I’m Sian.
Maqaankee eenyu?
What’s your name?
Hayyee Maqaankoo Fiil.
Hi. My name’s Phil.
Si arguukootin gammadeera.
Nice to meet you.
Anillee si arguukootti gammachuun qaba.
Nice to meet you, too.
Ammayyuu
Gaariidha, amma haasawaa guutuu irra-deebiin caqasi.
Sian
Hello, I'm Sian. What's your name?
Phil
Hi. My name's Phil. Nice to meet you.
Sian
Nice to meet you, too!
Ammayyuu
Dansa! Amma maqaakee dubbachuufi maqaa namoota biraa Afaan Ingiliziitiin gaafachuu dandeessa. Hanga ammaatti waan baratte irra-deebi’ii yaali.
Hiriyaa tokko barbaadiitii Afaan Ingiliziitiin maqaasaa gaafachuufi maqaakee himuudhaan shaakali. Akkasumas ‘Nice to meet you!’ ‘si argachuukootti gammachuun qaba’ jechuu hindagatiin. Qophii Essential English Conversation biraan yeroo itti-aanu walitti deebina. Nagaatti!
Check what you’ve learned by putting the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirriin kaa’uun waan baratte hubadhu.
My name is...
3 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirriin kaa’i.
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirriin kaa’i.
ኣመት
Kutaa lamatu jira. Roob of beeksisaa jira akkasumas maqaa nama biraa gaafata.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirriin kaa’i.
ኣመት
Asitti kutaa lamatu jira. Hima jalqabaa keessatti Megaan of beeksisaa jirti.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirriin kaa’i.
ኣመት
Yaadadhu ’anillee’ jechuun ‘anis’ jechuu dha.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
Hello.
Hayyee.
Hi.
Hayyee.
I'm _______.
Ani…dha.
What's your name?
Maqaankee eenyu?
My name's _______.
Maqaankoo…dha.
Nice to meet you.
Si arguukootti gammadeera.
Nice to meet you, too!
Anillee si arguukootti gammadeera.