Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 36
Listen to find out how to ask someone about what sports they do.
Namni tokko tapha inni taphatu baruuf akkamitti akka gaaffattu hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 36
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Do you play football?
Listen to the audio and take the quiz.
Sagalee kana caqasitii battalicha hojjedhu.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqasitii battalicha hojjedhu.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation’tti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa kana keessatti, namoonni tapha taphatan yoo qabaataniif akkaataa itti gaaffattu baratta.
Namoonni lama, ispoortii taphatan yoo jiraate wayita wal gaggaafatan caqasi.
Pam
Do you play football?
Ben
Yes, I do. How about you?
Pam
No, I don’t, but I go running.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Jalqaba, Paam, ‘Kubbaa miillaa ni taphattaa?’ jechuun Beeniin gaafate. Tapha kubbaa hundaa waliin jecha ‘play’ jedhu fayyadamna. Egaa haaluma walfakkaataan ‘kubbaa kachoo taphadhu’ ‘play basketball’ akkasumas ‘teenisii taphadhu’ ‘play tennis’ jechuu dandeenya. Caqasiitii irradeebi’i.
Do you play football?
Caalii
Itataansuun Been, ‘Eeyyee, nan taphadha’ jedhe. Itti fufuunnis gaaffii hordoofii ‘How about you?’ jechuun gaafate. Yaadadhu, gaafiin kun nama gaafii nu gaafate tokkootti deebifne gaafii walffakaataa gaaffachuuf gargaaramana. Caqasitii irra deebi’i.
Yes, I do.
How about you?
Caalii
Sana booda Paam deebii eeyee ykn lakki deebifte. ‘Lakki hintaphadhu’ ‘No I don’t’ jette. Ittansuunnis jecha walqabsiiftuu ‘garuu’ ‘but’ fayyadamuun waan inni hojjettu beksiisuuf ‘gara fiigichaan dhaqa ykn nan fiiga’ ‘I go running’ jette. Jecha xumureesiisa ‘ing’ ta’e dubbachuuf jecha ‘go’ fayyadamna. Egaa ‘nan daaka’ ‘go swimming’ akkasumas ‘lafa dheeraan deema’ ‘go hiking’ jechuus ni dandeenya. Caqasitii irra deebi’i.
No, I don’t.
But I go running.
Caalii
Baay’ee gaarii. Ammammoo namoonni gara garaa wayita waa’ee ispoortii hojjetanii walitti dudubbatan caqasuun maal akka jette mirkaneeffadhu.
Do you play tennis?
No, I don’t, how about you?
Yes, I play tennis.
Do you play basketball?
Yes, I do. How about you?
No, I don’t, but I go swimming.
Caalii
Tole, mee keessa deebine haa yaallu. Himoota Afaan Ingliziin caqasitii irradeebi’i. Yeroo kanatti tokko - tokkoonsaanii al lama dhageessa.
Do you play football?
Do you play football?
Yes, I do. How about you?
Yes, I do. How about you?
No, I don’t, but I go running.
No, I don’t, but I go running.
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hagam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta’an himi.
Kubba miilla ni taphattaa?
Do you play football?
Eeyyee, nan taphadha. Atihoo?
Yes, I do. How about you?
Lakki, hintaphadhu, garuu nan fiiga.
No, I don’t, but I go running.
Caalii
Misha! Tole, amma ispoortii kamiin akka hojjetan ykn taphatan akkaata itti gaafatan ni beekta. Gaafii hordoffi gaafii walfakkaataa ‘How about you?’ jedhu nama sigaafate sana deebiftee gaaffachuun ‘That sounds great,’ jette haasawicha xumuruu hindagattin.
Do you play football?
No, I don’t, but I go running.
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’iitii caqasi.
Pam
Do you play football?
Ben
Yes, I do. How about you?
Pam
No, I don’t, but I go running.
Caalii
Hojii gaarii! Amma namoonni ispoortii kamiin akka hojjetan ykn taphatan Afaan Ingiliziitiin gaafachuu dandeeseetta. Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa tokko barbaaddadhuutii ispoortii kamiin akka hojjetu ykn taphatu gaafachuun shaakali. Akkasumas gaafii walfakkaataa ‘How about you?’ jedhu gaafachuu hindagatiin. Barnoota dabalataa Essential English Conversation‘iin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafiidhaaf deebii sirrii ta’e filuun waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
Kubbaa miillaa ni taphattaa?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Ispoortii kubbaan taphatamuuf, yeroo hunda jecha kana fayyadamna.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Deebiicha keessatti, jecha gaafiichaa isa jalqabaa irra deebina.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
ኣመት
Bakka ‘ing’ galutti, yeroo hunda jecha kana fayyadamna.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
Do you ______?
Ati______?Yes, I do.
Eeyyee, nan (taphadha).No, I don’t, but I ______.
Lakki, hintaphadhu, garuu ______.play football
Kubba miilla taphadhuplay tennis
Tenisii taphadhuplay basketball
Kubba kachoo taphadhugo running
deemii fiigiigo swimming
deemii daakiiHow about you?
Atihoo?