Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1Essential English Conversation
- 2Unit 2
- 3Unit 3
- 4Unit 4
- 5Unit 5
- 6Unit 6
- 7Unit 7
- 8Unit 8
- 9Unit 9
- 10Unit 10
- 11Unit 11
- 12Unit 12
- 13Unit 13
- 14Unit 14
- 15Unit 15
- 16Unit 16
- 17Unit 17
- 18Unit 18
- 19Unit 19
- 20Unit 20
- 21Unit 21
- 22Unit 22
- 23Unit 23
- 24Unit 24
- 25Unit 25
- 26Unit 26
- 27Unit 27
- 28Unit 28
- 29Unit 29
- 30Unit 30
- 31Unit 31
- 32Unit 32
- 33Unit 33
- 34Unit 34
- 35Unit 35
- 36Unit 36
- 37Unit 37
- 38Unit 38
- 39Unit 39
- 40Unit 40
Session 32
Listen to find out how to ask someone what time they start work.
Namni tokko yeroo kam hojii akka jalqabu akkamitti akka gaafatan hubachuuf caqasi.
ድምር ነጥቢ ናይዚ ክፍለ-ስራሓት 32
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
What time do you start work?
Listen to find out how to ask someone what time they start work.
Namni tokko yeroo kam hojii akka jalqabu akkamitti akka gaafatan hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqaasitii battallee hojjedhu

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation’tti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Qaphii kana keessatti, wayita hojii jalqbduu ‘start work’ fi wayita hojii xumurtu ykn goolabdu ‘finish work’ akkamitti akka dubbattu baratta.
Namoonni lama yeroo itti hojii jalqaban waita walitti dubbatan caqasi.
Judy
Hi Paul, when do you start work?
Paul
I start work at seven thirty.
Judy
What time do you finish work?
Paul
I finish work at five thirty.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Jalqaba, Juudiin, yoom Pool akka hojii jalqabu ‘starts work’ gaafatte. Caqasiitii irradeebi’i.
When do you start work?
Caalii
Pool ganama sa’aatii ‘tokkoof sodoma’tti’ ‘seven thirty’ hojii akka jalqabu dubbate. Sa’aatii guutuu eerame booda daqiiqaawwan meeqa akka jiran ibsuuf soddoma ‘thirty’ fayyadamna. Sa’aatii tokkorra daqiiqaa soddoma darbeera jechuudha. Caqasiitii irradeebi’e.
I start work at seven thirty.
Caalii
Juudiin ittaansuun Pool sa’aatii kamitti hojiisaa akka xumuru ‘finishes work’ gaafatte. Waa’ee yeroo gaafachuuf yoom ‘when’ ykn sa’aatii kam ‘what time’ fayyadamuu dandeenya – garaagarummaa hinqabu. Caqasiitii irradeebi’i.
What time do you finish work?
Caalii
Pool sa’aatii kudha tokkoofi soddomatti ‘five thirty’ hojii akka xumuru hime. Caqasiitii irradeebi’i.
I finish work at five thirty.
Caalii
Dansa! Ammammoo namoonni gara garaa waa’ee yeroo ciisichaaf gara siree deemaniifi ciisicharraa ka’anii wayita dudubbatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
Rayaan hojisaa sa’aatii sadiifi soddomaan jalqabee sa’aatii kudhaniifi soddomatti xumura.
Hi Ryan, what time do you start work?
I start work at nine thirty.
Ok. What time do you finish work?
I finish work at four thirty.
Caalii
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi’i. Yeroo kanatti tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
When do you start work?
When do you start work?
I start work at seven thirty.
I start work at seven thirty.
What time do you finish work?
What time do you finish work?
I finish work at five thirty.
I finish work at five thirty.
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hagam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta’an himi.
Yeroo kam hojii jalqabda?
When do you start work?
Sa’aatii tokkoofi soddomattiin hojii jalqaba.
I start work at seven thirty.
Yeroo kam hojii xumurta?
What time do you finish work?
Sa’aatii kudha tokkkoofi soddomattin hojii xumura.
I finish work at five thirty.
Caalii
Misha! Tole, amma yoom hojii akka jalqabduufi xumurtu akkaataa ittii gaafattuufi deebii kennitu ni beekta. Wantota kanneen, yeroo kam akka raawwattu wayita Juudiin sigaafattu deebii laachuu’n shaakali.
When do you start work?
What time do you finish work?
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’iitii caqasi.
Judy
Hi Paul, when do you start work?
Paul
I start work at seven thirty.
Judy
What time do you finish work?
Paul
I finish work at five thirty.
Caalii
Hojii gaarii! Amma namoonni yeroo kam hojii akka jalqabaniifi akka xumuran Afaan Ingiliziitiin gaafachuu ni dandeessa. Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa tokko barbaaddadhuutii yeroo kam hojii akka jalqabduufi xumrutu Afaan Ingiliziitiin gaafachuun shaakali. Barnoota dabalataa Essential English Conversationiin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Jechoota, tartiiba sirrii ta’een tarreessuun waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
Yeroo kam hojii jalqabda?
3 Questions
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een sirreesi.
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een sirreesi.
ኣመት
Gaafiin kun namni tokko yeroo kam akka hojii jalqabu gaafata.Question 1 of 3
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een sirreesi.
ኣመት
Namni kun yoom hojii akka jalqaban dubbata.Question 2 of 3
ሓገዝ
Activity
Put the words in the correct order.
Jechoota tartiiba sirrii ta’een sirreesi.
ኣመት
Namni kun yoom namni tokko hojii akka xumuru gaafata.Question 3 of 3
Excellent!Great job!ሕማቕ ዕድል!ዘመዝገብኩምዎ ነጥቢ ...:
Join us for our next episode of Essential English to learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo, kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti, yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
When do you start work?
Yeroo kam hojii jalqabdaa?
I start work at ______.
Sa’aatii ______ttin hojii jalqaba.
What time do you finish work?
Yeroo kam hojii xumurtaa?
I finish work at ______.
Sa’aatii______ttin hojii xumura.
five thirty
kudha tokkoofi soddoma
seven thirty
torbaafi soddoma