Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Waancaa Addunyaa Dubartootaa 2023: Gaaffiilee kanneen deebisuu dandeessuu?
Waancaa Addunyaa Dubartootaa 2023 Awustiraaliyaafi Niiw Ziilaandiitu qopheesse. Gareewwan 32nu wal morkiif qophaa'aa osoo jiranu, waa'ee Waancaa Addunyaa Kubbaa Miilaa Dubartootaa beekkamoo ilaalchisee hangam akka beektan of madaalaa? Kan mo'attan isinitti fakkaataa?
Gabaasi kuni Ameeliyaa Baterlii fi Reebeekaa Torniin qindaa'e.
Gabaasaaleen dabalataa ammoo Kaarlaa Rosch, Vaaleriyaa Peraasoo, Puuriyaa Jaafarah, Fernaandoo Du'artee fi Aleesaandiroo Miilaan hojjatame.
Ilustireshiniiwwan ammoo Nikitaa Deshpaandeen hojjatame.