Waraanni Tigraay yoom, eessarraa kahee eessa gahe?

Waraanni Kaaba Itoophiyaa kan Sadaasa 4, 2020 naannoo Tigraay keessatti eegale amma naannoolee ollaa Amaaraafi Affaaritti babal'achuun ammiileen miliyoonotaan lakkaa'aman akka buqqa'aniif sababba ta'aa jira.

Waraanni Tigraay kun yoom, eessarraa garamiitti babal'atee? Maappii asiin gadii kana banaatii hordofaa.