Waraanni Tigraay yoom, eessarraa kahee eessa gahe?

Tigiraayitti namoota sababii waraanaatiin buqqa'an

Madda suuraa, ANADOLU AGENCY

Ibsa waa'ee suuraa, Tigiraayitti namoota sababii waraanaatiin buqqa'an

Waraanni Kaaba Itoophiyaa kan Sadaasa 4, 2020 naannoo Tigraay keessatti eegale amma naannoolee ollaa Amaaraafi Affaaritti babal'achuun ammiileen miliyoonotaan lakkaa'aman akka buqqa'aniif sababba ta'aa jira.

Waraanni Tigraay kun yoom, eessarraa garamiitti babal'atee? Maappii asiin gadii kana banaatii hordofaa.

Waraana Kaaba Itoophiyaa

Agarsiiftuu yeroo waraanni Tigraay itti babal’atee

Madda: Qorannoo BBC