Waggaa 1ffaa Waraana Tigraay: Akkamiin jalqabee har'a gahe?

Suura waa'ee waraana Tigraay waggaa 1ffaa agarsiisu

Waraana Tigraay waggaa har'aa kaaba Itoophiyaatti jalqabe keessatti, finciltoonni Tigraay oolaantummaa qabataniiru.

Humnoonni Tigraay xiyyeeffannoosaanii gara Finfinnee gochuun wayita imalaa jiranitti, MM biyyattii Abiy Ahimad labsii yeroo muddamaa labsaniiru.

Lammiileen biyyattiis qindaa'uun gara adda waraanaatti akka duulan, akkasumas si'aawinaan ollaa isaanii akka eegan waamichi taasifameera.

Waraanni Sadaasa 04, 2020 keessa bara darbe naannoo Tigraayitti eegalamee amma gara naannoolee ollaa Affaar fi Amaaraatti babal'ate akkamiin eegalee as gahe? Odeessi addatti qophaa'e kun duraa duuba taatewwanii isinitti agarsiisa - sololaachisuun (scroll gochuun) ilaalaa.

Timeline Factory

Hit link on top ⬆️ to find your timeline.

line

Odeessaalee kaan Waraana Tigraay irratti midhaassine: