Suuraalee dadansoo Afriikaa keessaa: Onkololeessa 18-24 bara 2019

Suuraalee filatamoo torban kanaa ardii Afriikaa keessaa fi lammiilee Afriikaa biyyoota biroo jiraatan.

Gaafa Dilbataa Afrikaa Kibbaatti, dubartiin dorgommii faradoo ilaala turte koofiyyaa haalaan guddaa tahe keewwattee dhufte

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Gaafa Dilbataa Afrikaa Kibbaatti, dubartiin dorgommii 'Polo' kan faradoon taphatamu ilaalaa turte koofiyyaa haalaan guddaa tahe keewwattee dhufte
South Africa players Guy Slater (C) and Leroux Hendriks compete for the ball during a match between South Africa and Zambia at the Rosefield Polo Club, Centurion, on October 20, 2019. - South African team won the match against Zambia 7-6.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Dorgommii kanaanis Afrikaan Kibbaa 7-6 Zaambiyaa mo'atteetti
South Africa's wing Makazole Mapimpi (L) scores a try during the Japan 2019 Rugby World Cup quarter-final match between Japan and South Africa at the Tokyo Stadium in Tokyo on October 20, 2019.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Afrikaan Kibbaa ammallee tapha Waancaa Raagbii Addunyaa - nuusa xumuraan Jaappaanin mo'ateetti
South Africa's scrum-half Faf de Klerk (R) scores a try during the Japan 2019 Rugby World Cup quarter-final match between Japan and South Africa at the Tokyo Stadium in Tokyo on October 20, 2019

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Qabxiin tapha kanaas Afrikaa Kibbaa 26 - 3 Jaappaan.
Gaafa Roobii ammoo- Waahillan Livarpuul Mohaammad Saalaah fi Saadiyoo Maanee, tapha Chaampiyoons Liigiin - erga kilaba Beeljiyem Genk injifatanii booda gammachuusanii akkasiin ibsatan

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Gaafa Roobii ammoo- Waahillan Livarpuul Mohaammad Saalaah fi Saadiyoo Maanee, tapha Chaampiyoons Liigiin - erga kilaba Beeljiyem Genk injifatanii booda gammachuusanii akkasiin ibsatan
A public transport bus drives in a flooded Agege Motor Road, in the local Government Area of Mushin town, Lagos, on October 20, 2019. - Recent torrential rainfall has left many roads, homes and factories flooded, especially the chaotic traffic congestion occasioned by bad conditions of the roads, poor drainage and frequent breakdown of vehicles in Lagos, Nigeria's commercial capital.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Roobni cimaan magaalaa Leegos akkasiin dararee ture.
Gaafa Roobii ammoo filannoo waliigalaa Botiswaanaaf, namoonni dirree kubbaa miilaa keessa hiriiranii turan

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Gaafa Roobii ammoo filannoo waliigalaa Botiswaanaaf, namoonni dirree kubbaa miilaa keessa hiriiranii turan
Guyyaa tokkoon dura ammoo deeggartuun paartii biyya bulchuu suuraa Pireezidant Mokgweetsi Masisi olkaastee qabatte. Paartiin kun erga 1966 aangoorra kan ture wayita tahu, xiinxaltoonni akka jedhanitti filannoon kun morkiin guddaan kan itti mullatedha.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Guyyaa tokkoon dura ammoo deeggartuun paartii biyya bulchuu suuraa Pireezidant Mokgweetsi Masisi olkaastee qabatte. Paartiin kun erga 1966 aangoorra kan ture wayita tahu, xiinxaltoonni akka jedhanitti filannoon kun morkiin guddaan kan itti mullatedha.
Yaa'ii Raashiyaa- Afrikaaf Pireezidantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutiin, hoogganaa Mana Maree Cee'umsaa Sudaan Jeneraal Abdel Fattah al-Burhan simatan.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Yaa'ii Raashiyaa- Afrikaaf Pireezidantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutiin, hoogganaa Mana Maree Cee'umsaa Sudaan Jeneraal Abdel Fattah al-Burhan simatan. Aabba Puutiin liqii biyyoota Afrikaa Doolaara biilyoona 20 haqaniiru.
piraamidoonni Gizaa magaalaa Kaayiroo duddubatti mullatu.

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Xumurarrattis, piraamidoonni Gizaa magaalaa Kaayiroo duddubatti mullatu.

Suuraaleen kan AFP, Getty Images, Anadolu Agency