'Namoonni waliin suuraa ka'uu jaalatu'

Lammii Gaanaa meetira 2.9 dheeratu
Ibsa waa'ee viidiyoo, Namni kun meetira 2 fi sentimeetira 9 dheeratu

Namni isin beektan dheeraan meetira meeqa dheerata? Lammiin Gaanaa kun ammoo dheerina meetira 2.9 qaba.

Guddinni isaa ammallee garmalee waan guddataa adeemaa jiruuf jecha wallaansaan kana caalaa akka hindeemne gargaaramuuf akka ta'e dubbata.

Namoonni gabaabbadheera jechuun aartan jirtuu?

Garmalees dheeratanii haalaa ittiin gabaabbatamu jiraachuu hin dagatiinaa.