Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Ijoo
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Biyyoota addunyaa hedduu keessatti namoonni kumaatamaan lakkaa'aman mootummaa Iraan mormuuf daandiitti ba'an
- Ilmi mootii dhumaa Iraan mootummaan Islaamaa Iraan aangoorraa bu'uu akka qabu dhaame
- Iraan qoqqobbiin irraa kaanaan waliigaltee nukilaraarra ga'uuf wantoota dhiistu akka qabdu ibsite
- Raashiyaan morkataa beekamaa biyyattii Aleksii Naavaalnii summii raacha keessaa ba'uun ajjeeste- UK
- Obaamaan viidiyoo Tiraamp jaldeessa fakkeessee maxxanseef deebii kenne
- Odeessaalee keenyaa karaa marsariitii, Facebook, WhatsApp fi YouTube keenya ni argattu