Rakkoon Sudaan keessaa eessaa ka'ee as gahee? Taateewwan ijoo

Sudaan erga bara 2019 Omaar Al-Bashiriin aangoorraa ka'ee nageenya waaraa hin arganne. Mootummaan siviliin biyyattiif akka hundeeffamu waadaa galames dhiyaate osoo jedhanii didee jalaa fagaachaa dhufeera.

Ji'a Ebla kana keessa ammoo aanga'oonni waraanaa lamaad (dursaan humda hidhattootaa RSF fi dursaan humna ittisaa biyyaa waldhabanii biyyattiin nagaa dhabdee raafamaajirti.

Taateen j'a akana keessa mudate kun eessaa ka'ee as gahe? Ibsa suura waliin qixaa'e kanarraa hubattu.