Rakkoon Sudaan keessaa eessaa ka'ee as gahee? Taateewwan ijoo

Jeneraalota Sudaan waraana walirratti banan Hemetii(karaa bitaan) fi al- Burhaan(karaa mirgaa)

Madda suuraa, Getty Images

Sudaan erga bara 2019 Omaar Al-Bashiriin aangoorraa ka'ee nageenya waaraa hin arganne. Mootummaan siviliin biyyattiif akka hundeeffamu waadaa galames dhiyaate osoo jedhanii didee jalaa fagaachaa dhufeera.

Ji'a Ebla kana keessa ammoo aanga'oonni waraanaa lamaad (dursaan humda hidhattootaa RSF fi dursaan humna ittisaa biyyaa waldhabanii biyyattiin nagaa dhabdee raafamaajirti.

Taateen j'a akana keessa mudate kun eessaa ka'ee as gahe? Ibsa suura waliin qixaa'e kanarraa hubattu.

Taatee ijoo Sudaan
Biyyoonni hedduun lammiilee saanii baasaa jiru
Barreessaa olaanaa UN
Janaraaloota waraanaa lamaaniitu waraanicha dursaa jira
Taatee Ebla ijoo ta'an
Ebla keessa maaltu ta'e
Taatee Muddee keessa raawwatan
MM Sudaan duraanii Abdallaa Haamdook
Sadaasaa fi Onkolooleessa
Hagayyaa fi Ebla
Bara Pirezidantii duraanii Omaar Al-Baashir