Suuraalee mimmiidhagoo kabaja Irreecha Hora Harsadee

Ummata gara Irreeffanaatti imalu

Kabajni ayyaana Irreecha Hora Finfinnee waggoota dheeraaf adda citee deebi'e guyyaa kaleessaa haala ho'aafi tasgabbiin guutameen gaggeeffamee ooleera.

Har'a ammoo Irreechi Hora Harsadee barii irraa kaasuun bakka ummanni hedduun bahaa lixaa, kaabaa, kibbaa walitti dhufee argameetti Bishooftuutti haala gaariidhaan kabajamaa jira.

Suuraalee sirna kabaja ayyaana Irreecha Hora Harsadee bara 2023 kunoo akkasiin qixeessineerra.

Shamarran uffata aadaatiin faayaman
Maanguddoo farda qabatanii
Bishkiliitii qaama miidhamtootaan nama gara irreeffachuuf deemaa jiran
Dargaggoota dheechisan
Ummata irreeffataa jiru
Dargaggoota irreefataa jiran
Dargaggoota uffata aadaa Kamiseetiin
Namoota irreefataa jiran
Foollee uffata aadaatiin fayyaman