Suurawwan jala bultii ayyaana Irreechaa magaala Finfinneerraa

Qophii jala bultii Irreechaa

Suurawwan jala bultii ayyaana Irreechaa magaala Finfinnee naannoo Addabaabayii masqalaatti.

Namoonni hedduun uffata aadaatiin bareedanii gara addabaabayii masqalaatti imaluun jala bultii irreechaaf qophaa'aa jiru.

Dargaggoonnis garee gareedhaan qoodamuun dhiichisaa, taphachaa jiru.

Kabajni guyyichaa haala nagaatiin akka xumuramu mirkanneessuuf ulaawwan gara addabaabayichaa geessan hundarratti sakatta’iinsi taasifamaa jira.

Jala bultii Irreechaa bara 2023
Shamarraniifi dargaggoota uffataa aadaan bareedan
Dargaggoota
Jala bultii Irreecha 2023
Qophii garaa garaa taasifamaa jira
Dargaggoo dheechisa eegalan