Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Suuraalee mimmiidhagoo kabaja Irreecha Hora Harsadee
Kabajni ayyaana Irreecha Hora Finfinnee waggoota dheeraaf adda citee deebi'e guyyaa kaleessaa haala ho'aafi tasgabbiin guutameen gaggeeffamee ooleera.
Har'a ammoo Irreechi Hora Harsadee barii irraa kaasuun bakka ummanni hedduun bahaa lixaa, kaabaa, kibbaa walitti dhufee argameetti Bishooftuutti haala gaariidhaan kabajamaa jira.
Suuraalee sirna kabaja ayyaana Irreecha Hora Harsadee bara 2023 kunoo akkasiin qixeessineerra.