Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
COP25: Dhiibbaa jijjiirama haala qilleensaa artiidhaan yeroo ibsamu
Gareen qabeenya umamaa kunuunsuun beekamu WWF jedhamuufi Godambaan Piraadoo waliin ta'uudhaan miidhaa jijjiiramni haala qilleensaa qaqqabsiisaa jiru cimsanii hubachiisaa jiru.
Kana kan godhanis yeroo gaggeessitoonni siyaasaa, dippilomaatonniifi namoonni bebbeekamoon dhimma jijjiirama haala qilleensaa COP25 magaalaa guddoo Ispeen, Maadiriiditti kora taa'uuf jiranidha.
Feliip IV Kabaaloo (Filiip IV farda koranii) Diyaajoo Valekuweeziitiin...
...kun waan sirrii galaanaa dabalaa deemuu agarsiisa.
El ku'itaaso, Firaansiiskoo de Goyaatiin...
...namoota sababa miidhaa haala jijjiirama qilleensaatiin irra ga'eef baqattoota ta'an agarsiisa.
Teessuma lafaa bishaan waliin yeroo ulaa jiruun biduruun qaxxaamuramu...
...gognisa lageen bishaaniifi midhaan sababa jijjiirama qilleensaatiin uumame kan agarsiisu.
Dhiironni qarqara galaanaa yeroo cisaa jiran ...
...gosti qabeenya umama gara garaa yeroo ammaa badaa akka jiran kan agarsiisu.
Korri COP25 Mudde 13 xumurama.
Mirgi abbummaan suurawwan kana hundi seeraan eegamaadha.