Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Xaaliyaanii fi Liibiyaa dhimma baqattootaarratti mari'atan
Ministirri dhimma biyya keessaXaaliyaanii, Maatiyo Saalvini, mootummaa Liibiyaa waan balaa goodaansaa irratti marii taasisaniiru. Kunis kan rawwatame erga Xaaliyaaniin godaantoota bidiruu gutuu Arfiikaa Kaabaa irraa baraaraman deebiifteen booda dha.
Ibsa magaalaa Tirippoolii keessatti taasifame ture irratti, Mr Saalviini fi itti aanan muumee ministira Liibiyaa Ahimad Maateeq haala dhimmarratti hojachuuf tokkummaan hojjannee jedhaniiru.
Garuu Mr Maateeq akka jedhanitti, Kampiin godaantoottaa kamiyyu akka Liibiyaa keessatti hayyamuu didaniiru.