Seenaa Phaaphaasii gameessa, Dezmoond Tuutuu suuraan

Afriikaa Kibbaa Keep Taawooniitti Phaaphaasii gurraacha jalqabaa kan turan Dezmoon Tuutuu addunyaa guutuutti nama jaalatamoo turan. Keessattuu gahee qabsoo apaartaayidii irratti gaggeeffamee keessatti gahee bahaniin leellifamu. Mee jireenya badhaafamoo Noobeelii nagaa kan turaniif kan kaleessaa waggaa 90tti boqatan suuraan duuba deebiinee haa ilaalu.

Phaaphaasii Dezmoon Tuutuu badhaafamaa Noobeelii Nagaa Onkolooleessaa 1984, Afriikaa Kibbaa

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Dezmond Tuutuu bara 1984tti qabsoo hokkoora maleessa warra adii lakkoofsaan gadaanaa Afriikaa Kibbaa keessaa irratti gaggeessaniif badhaasa Noobeelii Nagaa argatan
Tuutuun haadha warraa saanii Liiyaa waliin, erga bara 1986tti Keep Taawoon keessatti Phaaphaasii taasiifamuun muudamaniin booda osoo kolfaa jiranu

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Tuutuun haadha warraa saanii Liiyaa waliin, erga bara 1986tti Keep Taawoon keessatti Phaaphaasii taasiifamuun muudamaniin booda osoo kolfaa jiranu
Tutu visiting Kagiso township, August 23 1990

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Tuutuun, Phaaphaasii gurraachi jalqabaa Keep Taawoon keessatti bara 1990 keessaa osoo magaalaa Kaagsoo kan lixa Joohaansbargi doowwataa jiranu
Tuutuun Neensal Maandeelaa fi Pirezidaantiin Afriikaa Kibbaa duraanii FW de Klerk bara 1993tti Afriikaa Kibbaa keessatti apaartaayidii dhaabuusaaniif Noobeelii nagaa wayita fudhatan gammachuun ilaalaa wayita turaniitti

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Tuutuun Neensal Maandeelaa fi Pirezidaantiin Afriikaa Kibbaa duraanii FW de Klerk bara 1993tti Afriikaa Kibbaa keessatti apaartaayidii dhaabuusaaniif Noobeelii nagaa wayita fudhatan gammachuun ilaalaa wayita turaniitti
Phaaphaasiin Tuutuu Giiftiifi pirezidaantiin Afriikaa Kibbaa Neelsan Maandeellaa waliin Keep Taawoon keesatti bara 1995 keessa

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Phaaphaasiin Tuutuu Giiftiifi pirezidaantiin Afriikaa Kibbaa Neelsan Maandeellaa waliin Keep Taawoon keesatti bara 1995 keessa
Tuutuun tibba qophii kabaja Bilisummaa Afriikaa Kibbaa 2004 keessaa waltajjii Landan irratti kabajameetti bahuun, ''Nuti bilisa, nuti bilisa'' jechuun ummatatti himan

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Tuutuun tibba qophii kabaja Bilisummaa Afriikaa Kibbaa 2004 keessaa waltajjii Landan irratti kabajameetti bahuun, ''Nuti bilisa, nuti bilisa'' jechuun ummatatti himan
Tuutuun tibba seenaan jireenyaasaaniibara 2011tti iftoomeetti, Phaaphaasichi Keep Taawoon keessatti Kaatediraala Qulqulluu Goorgiisiitti guyyaa dhalootaa saanii waggaa 80tiin guyyaa tokkoon dura wayita shubbisaniitti Onkolooleessa 6, 2011

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Tuutuun tibba seenaan jireenyaasaanii bara 2011tti iftoomeetti, Phaaphaasichi Keep Taawoon keessatti Kaatediraala Qulqulluu Goorgiisiitti guyyaa dhalootaa saanii waggaa 80tiin guyyaa tokkoon dura wayita shubbisaniitti
Tuutuun hiriyaan Pirezidaantii Afriikaa Kibbaa Neelsaan Maandeellaa baroota dheeraafi bara 2013tti wayita sirna awwaalchaa isaa irratti haasaa taasiisuutti miira keessa turan

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriyaan baroota dheeraa Pirezidaantii Afriikaa Kibbaa Neelsaan Maandeellaa,Tuutuun bara 2013tti sirna awwaalchaa isaanii irratti haasaa taasiisuutti miira keessa turan
Bara 2013 keessaa pirezidaantiin US yeroo sanaa Baaraak Obaamaa Faawundeeshinii Jidduugala Dargaggoo HIV Dezmoond Tuutuu doowwannaa wayita taasisaniitti, Keep Taawoon Afriikaa Kibbaa, Waxabajjii 30, 2013

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Bara 2013 keessaa pirezidaantiin US yeroo sanaa Baaraak Obaamaa Faawundeeshinii Jidduugala Dargaggoo HIV Dezmoond Tuutuu doowwannaa wayita taasisaniitti
Hogganaan Amantaa Daalaa'ii Laamaa bara 2015 keessaa keekii guuyyaa dhalootasaa Tuutuu waliin biyya Indiyaa Mana Barnootaa Mandara Ijoollee Tibeetaan kan Dhaarmsaalaa keessatti wayita qoodan mul'atu Ebla 23, 2015

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hogganaan Amantaa Daalaa'ii Laamaa bara 2015 keessaa keekii guuyyaa dhalootasaa Tuutuu waliin biyya Indiyaa Mana Barnootaa Mandara Ijoollee Tibeet kan Dhaarmsaalaa keessatti wayita qoodan mul'atu
Phaaphaasii Tuutuu ilma mootii Haariifi haadha warraa saa Meegaan akkasumas mucaa saanii waliin Wiindsoor keessatti bara 2019 keessa

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Phaaphaasii Tuutuu ilma mootii Haariifi haadha warraa saa Meegaan akkasumas mucaa saanii waliin Wiindsoor keessatti bara 2019 keessa
Haatii warraa Tuutuu Liyaan guyyaa dhaloota waggaa 90 isaanii Keep Taawoon keessatti Onkolooleessaa 7, 2021tti waldaatti kabajameerratti wayita shubbisan

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Haatii warraa Tuutuu Liyaan guyyaa dhaloota waggaa 90 isaanii Keep Taawoon keessatti Onkolooleessaa 7, 2021tti waldaatti kabajameerratti wayita shubbisan

Odeessaalee dabalataa yoo barbaaddan:

Mirgi abbeentaa suuraawwan hundaa kan eegameedha.