Somaaliyaa ganna 30 dabran keessatti: Taateewwan ijoo biyyattiitti ta'an kam fa'i?

Somaaliyaan waggaa 30ffaa lolli biyyattiitti eegale yaadachaa jirti. Taateen bara 1991tti guddoo yaadatamu kufaatii mootummaa Si'aad Barreeti. Kanaanis biyyattiin gara bibittinnaa'uufi seer-maleessummaati ceete.
Baroota dhiyoon as garuu mootummaan federaalaa, biyyattii deebisee ijaaruun fooyya'insa gaarii milkeessaa jira, milishoota maqaa amantii Islaamaatin socho'anis magaalota ijoo keessaa dhiibee baaseera.
Odeessi suuraalee odeeffannoon dabaalamuun midhaaffame kun (infographics) taateewwan ijoo biyyattiin erga 1991 keessa dabartee duraa duubaan lafa kaa'a.








Suuraalee mara Getty Images irraa fudhannee midhaassine












