Yugaandaa: "Takkaa waa hatee hin beeku" - Yuweerii Museeveenii

"Takkaa waa nama jalaa hatee hin beeku, ammo ani hiyyeessa miti," jedhan pireezidantiin Yugaandaa Yuweerii Museeveenii.
Kana kan jedhan guyyaa har'a wayita deemsa miilaa malaammaltummaa balaaleffachuuf qophaa'e irratti hirmaatan ture.
Pireezidant Museveeniin deeggartoota isaanii kumoota hedduun lakkaa'aman dursuun magaalaa guddoo biyyattii Kampaalaa keessatti deemsa miilaa malaammaltummaa balaaleffatu taasisaniiru.
Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Ximaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Xumura maxxansa X, 1
"Malaammaltoonni akka dhulaadhulaati, waan hojjetanii hin arganneen duroomu," jedhan Museveeniin.
Deemsi miilaa kun magaalaa Kampaalaa keessatti dhiphina tiraafikaa guddaa uume.
Lammileen biyyattii hedduun ammoo mootummaan deemsa miilaa kana qopheessuu isaatiin itti qoosaa qeeqaa jiru.
Lammiin biyyattii tokko malaammaltummaadhuma mataa isaatu malaammaltummaa balaaleffachuu bahe jette.
Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Ximaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Xumura maxxansa X, 2

Xumura maxxansa X, 3
Namni biraa ammoo "deemsa miilaa kanarratti warra waraqaa VIP 'qaban hunda osoo qabanii hidhanii Yugaandaan malaammaltummaa irraa bilisa baati turte" jedhe.
Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Ximaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Xumura maxxansa X, 4
Malaammaltoota hunda iddoo tokkotti qabanii hidhuuf carraa gaarii ture kan jedhanis jiru.