Suuraawwan torbee kanaa: Caamsaa 17 hanga 24, 2018

Filannoo suuraawwan dadansaa lammiilee Afrikaa torbee kanaa Afrikaa fi addunyaa mara irraa

Shubbisaa Gibxii Caamsaa 22, 2018.

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Masaraa aadaa Tanowura at el-Gurii, Kaayirootti, wandaboo halluu hedduu shubbisaaf ta'u uffachuun, lammii Gibxii shubbisa agarsiisu.
Gartuu Siiriyaa " Choyok Salaatin Tarab" Feestivaala de La madinaatt, 22 Caamsaa 2018.

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Feestivaala de La madinaa, magaala guddittii Tuniiziyaa Tuniisitti, gartuun Siiriyaa, muuziiqaa dhiyeessaniiru.
Teessuma moototaa, kan mootummaa Dahomey amma Beeniin jedhamtu.

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Teessumni moototaa, kan mootummaa Dahomey amma Beeniin jedhamtu, godambaa magaala guddittii Faransaay, Paaris keessatti argama. Yeroo bittaa kolonii keessa mi'oota fudhataman akka deebi'an Beenin gaafachaa jirti
Deeggaraa kubbaa miillaa lammii Seneegal

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Deeggaraan kubbaa miillaa lammii Seneegal kun, gartuun Waancaa Adduunyaa, Raashiyaa amma beeksiisamuutti alaabaa biyyiitti faarsa.
Jooseef Afraane

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Jooseef Afraane, lammii Gaanaa, cidha moototaa hirmaachuuf Yunaaytid Kiingdam, Wiindsooritti argame.
Moodeela uffata cidhaa agarsiistu

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Naayiroobi, magaala guddittii Keeniyaa keessatti, moodeelli uffata cidhaa Hoteela Wiindisoor Goolf eend Kawuuntirii Kilaabiitti agarsiiste.
Afrikaa Kibbaa, Keep Taawon keessatti, godoo dubarrii cidha Meegan Maarkiliifi Ilma moototaa Haarii do'attu.

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Afrikaa Kibbaa, Keep Taawon keessatti, godoo dubarrii cidha Meegan Maarkiliifi Ilma moototaa Haarii do'attu.
Nama kitaaba of fuulduratti qabatee dubbisaa jiru.

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Nama kitaaba seenaa lammiii Iyivooriitiin barreefame fi waggaa kudhan keessatti sababii lolaan Riipbiliika Diimokiraatawaa Koongootti du'uu namootaa 60,000 odeessu dubbisu
Roobni cimaan Moqaadishootti erga roobeen booda,nama qodaaa manaa baatee lolaa keessa deemaa jiru.

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Soomaaliyaa magaalaa Moqaadishoo keessatti nama miiya manaa lolaa jalaa baasaa jiru
Harree gaarii lolaa keessa harkisaa jiru

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Namni kuni immoo gaariisaa oofachaa lolaa jalaa gara magaalaatti deemaa jira
Mucaa ho'a Kaayiroo qabbaneefachuuf jecha bishaanitti utaale

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Kaayirootti mucaa qilleensa ho'aa irraa of qabbaneessuuf bishaan keessatti of cuuphe
Jilbeefachuun namoota kadhannaa gochaa jiran

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Leegoositti, namoota jilbeefachuun namoota fi lubootaa miidhamaniif kadhannaa taasisan
Moodeela Miriiyaam goofaree filattee,kofaltee jirtu

Madda suuraa, AFP

Ibsa waa'ee suuraa, Moodeela Taanzaaniyaa Miriiyaam Odemba festivaala fiilmii Kaan irratti yeroo filmiin Za Waayild Piir Tirii agarsiifame.

Suuraawwan kuni AFP, Getty Images, Reuters fi EPA irraa argaman