Waancaa Afrikaa 2021: Taphoota kubbaa miilaa eegamaniifi qabxiilee kallattiin

Waancaan Afrikaa 2021 Dilbata Amajjii 09, 2022 (ALI Dilbata Amajjii 01, 2014) eegalee biyya Lixa Afrikaa Kaameroonitti adeemsifamaa jira.

Wal morkii guddicha kubbaa miilaa Afrikaa kana irratti biyyoonni 24 garee yookiin ramaddii jahatti qoodamanii walfamaa jiru.

Gabatee armaan gadiirraa sagantaa taphootaa fi qabxiilee isaanii argachuu dandeessu.