Eenyu ani? Taphattoota bara Pirimeer Liigii tokkotti goolii fi kubbaa mijeessuu 10+ milkeessan

Taphataa Aston Viilaa fuullisaa golgame

Madda suuraa, Getty Images

Taphataan sarara fuulduraa Aston Viilaa Olii Waatkins, bara taphaa Pirimeer Liigii tokkotti galchiiwwan 10 ol, akkasumas kubbaawwan gooliif tahan 10 fi isaa ol mijeessee kennuun, taphataa 44ffaa taheera.

Taphattoota qaxalee amma dura kana milkeessan keessaa kam fa‘i maqaa dhahuu dandeessu?

Gaaffilee gaafannu keessatti akka isin gargaaruuf: suuraalee gariin golgaman, akkasumas baraa fi kilabii taphattootaa isinitti himna.

Carraa Gaarii!

Qabxii argattan marsaalee hawaasaa keessan irratti qooduun, hiriyoota keessan wajjin morkadhaa.