Injifannoo Tiraamp booda suurawwaan miira namootaa mul'isan

Surawwan muraasa miira deeggartootaa injifannoo Tiraamp booda

Doonaald Tiraamp dorgomtuu isaa Kamalaa Haaris garaagarummaa guddaan injifachuu hordofee Pirezidaantii Ameerikaa itti aanu ta’aniiru, deeggartootnis gammachuu isaanii ibsataa jiru.

Tiraamp Roobii ganama Filooriidaatti maatii fi gorsitoota isaatiin marfamee deeggartootaa isaaf ergaa gammachuu isaa dabarseera.

Kunneen suuraawwaan muraasa miira injifannoo Tiraampi booda agarsiisaniidha

Wayita Tiraamp Filooriidaatti hasawa taasisuuf jedhu

Wayita Tiraamp Filooriidaatti hasawa taasisu
Surawwan muraasa miira deeggartootaa injifannoo Tiraamp booda
Surawwan muraasa miira deeggartootaa injifannoo Tiraamp booda
Surawwan muraasa miira deeggartootaa injifannoo Tiraamp booda

Miira abdii kutannaa deeggartoota kaamalaa Haaris erga Tiirampi injifachuun labsameen booda

Surawwan muraasa miira deeggartoota Kamaalaa Haarisinjifannoo Tiraamp booda

Madda suuraa, AFP