Beela Tigraay: 'Daggala keessaa ija mukaa funaanuun lubbuu keenya tursaa jirra'
Naannoo Tigraayitti ji'oota ja'aan dabran keessa namoonni 400 ol beelaan lubbuu dhabuunsaanii himameera.
Kana malees barattoonni kumaatamatti lakkaa'aman barnootasaanii addaan kutuun, daggala keessaa ija mukaa fi baala funaanuun, maatiisaanii deeggaraa jiru.









