AFCON 2023: Garee Afrikaa hawwitan tokko ijaaruuf eessarratti, eenyuun filattu?

Kun odeeffannoo AFCON 2023 irratti isiniif qophaa'eedha. Odeessa asii gadii kana fayyadamuun, garee cimaa Waancaa Afrikaa arguuf hawwitan tarree keessaa filadhaa.
Akkasumas hiriyoota keessaniifis qoodaa.










