Seenaa Irreecha Hora Harsadii kana beektuu?

Seenaa irreecha hora harsadii
Ibsa waa'ee viidiyoo, Seenaa Irrecha Hora Harsadii

Irreechi ayyaana Oromoo kaabaa kibbaa, lixaa bahaa walitti dhufuun waggaa waggaa waliin kabajatu keessaa tokko.

Keessattuu kabani guyyaa kanaa Hora Harsadii waliin seenaa addaaa akka qabu himama.

Seenaa Irreechaa Hora Harsadii kana ilaalchisuun gaaffiifi deebii qorattoota seenaa waliin taasifne kunooti.