Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Paaraalimpikii Tookiyoo 2020: Gabatee medaaliyaa biyyoota hirmaatanii
Taphoota Paaraalimpikii Tookiyoo 2020 Tookiyoo adeemsifamutti atileetotni 4,400 gosa ispoortii 22'n dorgommii 540 taasisu. Lakkoofsi hirmaattotaa baranaa isa guddaadha.
Fuulli kuni medaaliyaa warqii, meetiifi nahaasa koreewwan Paaraalimpikii biyyoota garaagaraa dorgommicharratti hirmaatan argatan daqiiqaa kudhan kudhaniin of haaromsa.
Medaaliyaan jalqabaa Roobii Hagayya 25, 2021 galmaa'a jedhamee eegama.