Jala bultii Irreecha Hora Finfinnee 2025 suuraan
Ibsa waa'ee suuraa, Ummata jala bultii Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 daandiitti bahe.Ibsa waa'ee suuraa, Namoota jala bultii kabaja Irraachaa Finfinnee bara 2025 kabajuuf bahan. Godambaa AduwaattiIbsa waa'ee suuraa, Ummata jala bultii Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 daandiitti bahe.Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoonni jala bultuu Irreecha Finfineef magaalaa keessatti mul'achaa jiru.Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggeessa jala bultii Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 daandiitti bahe.Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggeessaafi shamarrab jala bultii Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 daandiitti bahanIbsa waa'ee suuraa, Dargaggeessaafi shamarrab jala bultii Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 daandiitti bahanIbsa waa'ee suuraa, Dargaggeessa Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 bahe, jala bultiirrattiIbsa waa'ee suuraa, Dargaggeessa Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 bahe, jala bultiirrattiIbsa waa'ee suuraa, Dargaggeessa Irreecha Hora Finfinnee bara 2025 bahe, jala bultiirrattiIbsa waa'ee suuraa, Dargaggeessa uffata aadaa uffatee alaabaa Abbaa Gadaa gurgurtaafbaatee deema ajiruIbsa waa'ee suuraa, Daraggoonni uffata aadaa wal fakkatu uffatanii jala bultii Irreecha Hora Finfinnee 2025 irrati argamaniiru,Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggootaafi shamarran uffata aadaan faayamanii jala bultii Irreechaaf magaalaa seenan, 2025.Ibsa waa'ee suuraa, Shamarran uffata aadaa Oromoo Harariin faayamanii mul'atan.Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoota jala bultii Irreecha Hora Finfinneerra Godambaa Adwaa mul'atan.Ibsa waa'ee suuraa, Siidaa gootota Aduwaa biratti dargaggoonni yeroo suura ka'an.Ibsa waa'ee suuraa, Faayaa halluu aaabaa Abbaa Gadaan tolfame.Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoota kabaja Irreecha Hora Finfinnee bara 2025f magaalaatti jala bultiirraa walitti qabama ajiran keessaa.