Dorgommii Suuraalee Waraanaa kan bara 2018

Helikooptara mataa loltuurraan mul'atu

Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD

Suuraan ajaa'ibaa wayita helikooptarri mataa loltuurra marsu mul'isu kun Dorgommii Suuraalee Waraanaa kan bara 2018 injifatee jira.

Suuricha irratti kan mul'atu loltuu Gaardiyaan Eenjil yoo ta'u kan kaase ammoo ogeessa suuraalee waraanaa cimaa kan 2018 ta'ee kan filame Ajajaa kudhanii Toom Iivaansidha.

"Waraana keessatti ogeessa suuraa ta'uun gita hojii daran filatamaadha" jedha Iivaans.

Dorgommiin suuraa kun suuraaleen jiruu loltootaa mul'isan guutuu addunyaa irraa walitti qabaman 1500 ol kan irratti dhiyaatan ture.

Loltoota sadi

Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD

Ibsa waa'ee suuraa, Suuraalee Iivaans dhiyeessee keessaa loltoonni miseensa waraana NATO ta'an Poolaand keessatti wayita shaakalan kan ka'e
Presentational white space
Loltoota konkolaataan imalan

Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD

Ibsa waa'ee suuraa, Kaanadaa keessatti loltoonni 1200 ho'aa hamaa keessatti wayita leenjiirra jiran
Presentational white space
Loltoota dorgommii bunyaa irratti wal haleelaa jiran

Madda suuraa, Cpl Tom Evans / MOD

Ibsa waa'ee suuraa, Loltoota dorgommii bunyaa irratti wal haleelaa jiran

Dorgomii kana irratti badhaasa gartuu 'proffesional' kan injifatte Ajajjuun kudhanii Beekii Biraawon, suuraa mata duree 'Seeqa Loltuu' jedhuun mo'atte.

Loltuu taa'ee seeqaa jiru

Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD

Nama ilkaan yaalamaa jiru

Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD

Ibsa waa'ee suuraa, Ogeeyyiin fayyaa miseensota waraanaa Biritish, Keeniyaa keessatti wayita yaala fayyaa ilkaanii bilisaan kennan
Presentational white space
Namoota loltuutti haasa'aa jiran

Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD

Presentational white space
Loltuu ijoollee lama waliin

Madda suuraa, CPL REBECCA BROWN / MOD

Injifattoonni dorgommii suuraa bara kanaa magaalaa Landan keessatti ifa ta'e.

Gulaalaan suuraa BBC Fiiliip Kooms fi gulaalaan suuraa 'press Association' Maartin Keenee abbootii murtii baranaa turan.

Suuraaleen armaan gadii kanneen dorgommii kanarratti dhiyaatanii injifatan keessaayi.

Loltuu seeqaa jirtu

Madda suuraa, AUO Kate Knight / MOD

Presentational white space
Loltuu ajaja kennaa jiru

Madda suuraa, Sgt Dek Traylor / MOD

Ibsa waa'ee suuraa, Loltuu ajaja kennaa jiru
Presentational white space
Seeqa

Madda suuraa, Senior Aircraftman Amy Lupton / MOD

Presentational white space
Loltuu fardaan namoota lama gidduu utaalaa jiru

Madda suuraa, LCoH Adam Blackmore-Heal / MOD

Presentational white space
Loltootaa mukkeen gidduu hiriiraan deemaa jiran

Madda suuraa, Tpr Tom Franks / MOD

Presentational white space
Loltoota abiddaa dhaamsaa jiran

Madda suuraa, Sergeant Donald Todd / MOD

Presentational white space
Loltuu dambii eegsistu

Madda suuraa, Sgt Paul Randall / MOD

Suuraaleen hundi mirga abbummaan nama gaafachiisu.