Saamicha kanaan booda Ministeerri Haqaa Faransaay sirni eegumsaa Godambaa kana keessa ture saamicha kana oolchuu kan hin dandeenye ta'ee "kufaatiin" kan isa mudateefi " maqaa biyyattii kan balleesse" ta'uu ifatti amaneera.
Arsenaal Palaasiin mo’atee dursuu itti fufaamoo, Siitiitu Aston Viilaa mo’atee isa mudda?
Madda suuraa, Getty Images
Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torban
9ffaa har’aatiin taphoota shanitu gaggeeffamu. Kan Everten fi Tootenhaam
gidduutti galgala kana sa’aatii 1:30 irratti gaggeeffamuun alatti kaan amma
waaree booda kana sa’aatii 11:00 irratti
gaggeeffama.
Tapha kan hordofnee kallattiin
isinitti himaa deemna. Hangasittuu isin eenyu akka mo’atu
goolii galchan waliin tilmaamaa nu waliin turaa.
Madda suuraa, Waajirri Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa godina saba Majaang
Naannoo Gambeellaa godina saba Majaang keessatti Irrechi marii paanaaliifi sirna ho'aan kabajamuu Waajirri Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa godina saba Majaang ibse.
Irreecha A L I kan bara 2018 Dilbata kaleessaa magaalaa Meexxii malkaa Gayishee Abbaa Alamuutti kabajame kanarratti Abbootiin Gadaa Haadhotiin Siiqqee, qeerroofi qarreen, aanga'oonni godinachaa, akkasmumas jiraattonni magaalaa biroo irratti hirmaataniiru.
Magaalaa
Jarmanii Gundremmingen keessatti wiirtuun warshaa niwukilaraa lama kan diigaman
yoo ta'u, bara 1980 irraa eegalee haala lafaa irratti kan hin jijjiiramne ture.
Yeroo
wiirtuun kun diigamutti aarri adii ol ka'ee mul’ateera.
Warshaan nukilaraa
kun waggoota afuriif sarara ala ta'ee kan ture yoo ta'u, diiguun isaas qaama
Jarmaniin anniisaa nukilaraa marsaa marsaan dhaabuu keessaa tokkodha.
Akka The East Africa jedhetti, Keeniyaan ji'a Adoolessa darberraa kaasee baqattoota Itoophiyaa fi Ertiraa irraa dhufaniif kolu-galtummaa dhaabdee turte.